Categories: Oduu Oromiyaa

#‎oromoprotest‬ ‪#‎Magalaa‬ Gimbii Irraa Oduu Ho’aa

Breaking News! ‪#‎oromoprotest‬ ‪#‎Magalaa‬ Gimbii Irraa Oduu Ho’aa
Oduu haaraa amma na ga’e akkuma beekamu lixa oromiyaa magaalaa Gimbiitti mormiin uummataa fi baratoota oromoo itti fufee jira. ummati bakka addaa gabaa maalifuu,naannoo hospitala adventistii, ganda 04 bakka baankii moofaa fi gafaree dandii cufuun konkolaata wayyaannee deemsa dhorkanii gamoo galtuu amaaraa sadii dastaa zaruu. gamoo axinaafuu irratti tarkaanfiin fudhatameera. kan nama gaddisiisu garuu ambootti polisiin oromiyaa uummataaf lola gimbitti immoo polisiitu uummata reebaa fi rasaasa irratti banee jedhama kanaaf uummati magaalaa gimbii poolisoota kana salphaatti akka hin dhiifnes akeekkachiiseera. oromiyaan ni bilisoomti gabaasa biraan wal agarra

bilisummaa

Recent Posts

Koree raawwachiiftuu ajeechaaf Oromiyatti ramadamte

Koreen dhoksaan ajjeestuu maqaa nageenyaatiin MNO keessatti Mummicha Ministeeraatiin hundaa'ee fi Obbo Shimallis Abdiisaatiin kan…

2 months ago

Iccitii hidhamuu Obboo Battee Urgeessaa

Haabtaamuu Tasfaayetiin: Tibba darbe kana mariin Paartilee siyaasa Oromoo jedhu kan kanaan dura bara cee’uumsaa…

2 months ago

Godina Baalee: galgala ar’aa magaalaan Roobee balaa ibiddaatiin qabeenyi hawaasa bal’aa hedduun barbadaawe.

Galgala sa’aatii 2:00 (8:00) irratti balaan kun naannoo Buufata durii (Aroge-Mannahaaraa) jedhamu,Masjidannuur cinatti suuqii fi…

2 months ago

Gadaan gujii abbaa gadaa 75ffaa argate

Ofii Abbootii Gadaa 74 baallii waliif dabarsaa asiin geessisan beektu? Haala duudhaa isaa eeggateen waggoota…

2 months ago

Oromiyaan ganna shan guutuu waraanan hunkuramaa jiraatuu namuu ni hubata

Ijoollee Wareegamtootaaf Jecha ...  Nagaa Bara ammaa silaa martuu bakka maratti muldhata. Oromiyaan ganna shan…

5 months ago

Abiy Ahmed’s erecting Memorial Statues for genocidists of the Oromo for Menelik II and Haile Selassie

December 10, 2023 Leenjiso Horo    This article addresses the issue of the Oromo failure to…

5 months ago