Categories: Oduu Oromiyaa

WAAMICHA WALGAHII HATATTAMAA (ARIIFACHIISAA) MISEENSOTA WALDAA

 

HAWAASA OROMOO AWUROOPAA (WHOA)/ OROMO COMMUNITY ASSOCIATION IN

EUROPE (OCAE) e.V. (Inc.), FRANKFURT AM MAIN, GERMANY

Kabajamtoota Ilmaan Oromoo ardii Awuroopaa keessa Jirtaniif,

hunda duraan dursee nagaan oromummaa fi waaqayyoo/rabbii garaa gurraachaa tokkicha

maqaa dhibbaa isin haagahu. Jiruu fi jireenya gaarii isin hawwiina. Horaa bulaa.

Walgahiin miseensota Waldaan Hawaasa Oromoo Awuroopaa (WHOA)/ Oromo Community

Association in Europe (OCAE) e.V. (Inc.) yeroo shanaffaatif magaalaa „Frankfurt am

Main/Nied (Heinrich-Stahl-Straße 3, 65934 Frankfurt am Main)” jedhamu keessatti

guyyaa gaafa Bitooteessa (March) 05, 2016 sa’aatii 12:30 WB (PM) irraa jalqabee hanga

sa’aatii 18:00 WB qophaa’ee jira. Walghii kana irraatti akka hedduminan hirmaattaan

Saganta walgahii gaafa Amajjii 02 bara 2016f qophaa’ee irratti yeroo lamaffaaf (for the second

time) mari gochuuf qopheessinee jira.

Walgahii seena qabeessa kana irrattii hundinuu argamtanii gaaffii fi deebii geggeefamu irratti

qooda keessan akka gumaachitan abdii guutuu qabna.

Namoota Koree Hojii Raawwachiiftuu (KHR) irra odeeffannoo (information) dabalataa

feetanif lakkoofsa bilbila (telefoona) kanatti of-gargaaraa:

Lakkoofsa bilbila: +49(0)17653498098

+49(0)15210106906

+49(0)15210531811

+49(0)15219044954

Guyyaa, sa’aatii, bakka walgahii fi baabura bakka walgahii isin geesuu ilaalchisee arman

 Guyyaa walgahii (Date of meeting): Bitooteessa (March) 05, 2016

 Sa’aatii walgahii (Time of meeting): 12:30 WB (PM) ‐ 18:00 WB (PM)

 Bakka walgahii (Place of meeting): Heinrich-Stahl-Straße 3, 65934 Frankfurt am Main

 Geejiba (Transport): Vom Hauptbahnhof mit der S-Bahnlinien S1 und S2 bis zur S-Bahn

From the central train station (Hauptbahnhof) take the city train

Haltestelle „Frankfurt-Nied“, 5 Minuten zu Fuß bis zum SAALBAU

Nied.

(city railway) S1 and S2 to the city train station “Frankfurt-Nied”, 5

minutes on feet till SAALBAU Nied.

Koree Hojii Raawachiiftuu (KHR)

WHOA/OCAE e.V. (Inc.)

bilisummaa

Recent Posts

Koree raawwachiiftuu ajeechaaf Oromiyatti ramadamte

Koreen dhoksaan ajjeestuu maqaa nageenyaatiin MNO keessatti Mummicha Ministeeraatiin hundaa'ee fi Obbo Shimallis Abdiisaatiin kan…

2 years ago

Iccitii hidhamuu Obboo Battee Urgeessaa

Haabtaamuu Tasfaayetiin: Tibba darbe kana mariin Paartilee siyaasa Oromoo jedhu kan kanaan dura bara cee’uumsaa…

2 years ago

Godina Baalee: galgala ar’aa magaalaan Roobee balaa ibiddaatiin qabeenyi hawaasa bal’aa hedduun barbadaawe.

Galgala sa’aatii 2:00 (8:00) irratti balaan kun naannoo Buufata durii (Aroge-Mannahaaraa) jedhamu,Masjidannuur cinatti suuqii fi…

2 years ago

Gadaan gujii abbaa gadaa 75ffaa argate

Ofii Abbootii Gadaa 74 baallii waliif dabarsaa asiin geessisan beektu? Haala duudhaa isaa eeggateen waggoota…

2 years ago

Oromiyaan ganna shan guutuu waraanan hunkuramaa jiraatuu namuu ni hubata

Ijoollee Wareegamtootaaf Jecha ...  Nagaa Bara ammaa silaa martuu bakka maratti muldhata. Oromiyaan ganna shan…

2 years ago

Abiy Ahmed’s erecting Memorial Statues for genocidists of the Oromo for Menelik II and Haile Selassie

December 10, 2023 Leenjiso Horo    This article addresses the issue of the Oromo failure to…

2 years ago