Addi Bilisummaa Oromoo (ABO Tokkome) walgahii Ummanni Oromoo irratti argamee waa’ee addeemsa qabsoo Walabummaa Oromoo fi Bilisummaa Oromiyaa woliin mari’aattee yaadaa fi yaadoo isaa itti dhiyyeefatu qoopheessee jiraa.
Walgahiii kana irratti hooggannoon ABO biyya adda addaa irratti hirmatu’uun ibsaa fi marii barbaachiisu hawaasa Oromoo woliin geggeessuu
Hawaasinni Oromoo magalaa lakku keesatti argamu hundi walgahii kana irratti argamitaan haala qasoon Oromoo yeroo ammaa keessaa jirtu hubatu’uun akka irraa qooda fudhataan kabaja’aan isin affeeraa
Guyyaan : July/Adooleessa 31, 2016
Sa’aan : 1:00 WB irraa jalqaba
Teessoon: Waldaya Hawasaa Oromoo Minniisoota , 465 Mackubin Street, Saint Paul, Minnesota 55103 .
Yoo Gaafi qabatan: (612)607-2404 ykn (763)273-6297 bilbila
Injifannoo Ummata Oromoof !
Adda Bilisummaa Oromoo
Adooleessa 24, 2016
Koreen dhoksaan ajjeestuu maqaa nageenyaatiin MNO keessatti Mummicha Ministeeraatiin hundaa'ee fi Obbo Shimallis Abdiisaatiin kan…
Haabtaamuu Tasfaayetiin: Tibba darbe kana mariin Paartilee siyaasa Oromoo jedhu kan kanaan dura bara cee’uumsaa…
Galgala sa’aatii 2:00 (8:00) irratti balaan kun naannoo Buufata durii (Aroge-Mannahaaraa) jedhamu,Masjidannuur cinatti suuqii fi…
Ofii Abbootii Gadaa 74 baallii waliif dabarsaa asiin geessisan beektu? Haala duudhaa isaa eeggateen waggoota…
Ijoollee Wareegamtootaaf Jecha ... Nagaa Bara ammaa silaa martuu bakka maratti muldhata. Oromiyaan ganna shan…
December 10, 2023 Leenjiso Horo This article addresses the issue of the Oromo failure to…