Categories: Oduu Oromiyaa

‪#‎oromopprotest‬ TOOFTAALEE hiiriira nagaya kana akka galma gahuu danda’uu kan gargaaran keessa

 

A:- MAGAALAA GUURGUUDDOO AKKA FIINFINNEE FI KAN BIIRAATIIF

1.iddoo fii bakkii hiiriirri itti gaggeefamuu guutuuti haanga guyaa hiiriirichaati iciitiidhaan tuursiisuu

2.dursanii iddo hiiriirrii nagaa itti faggeefama ja’amee kana guutuuttii qu’achuudhaan huumni akkamii akka achiitii argamuu adaan baafachuu

3.haala taa’uumsa fii qoophii huumnoota fadaraalaatiin walgiituu danda’uun ijaaramuu fii caasaa diiriirfachuu

4.karaan bakka hiiriiriirichaa akka huumnoota feedeeraalaatiin cuufamuu huubachuun kallatii fii haala teessuuma lafaa siirriitii qayyabachuun ,akaata geejiibaa fii haala bakka moormii san dhaquun ittii danda’amuu Qoorachuu

5.yoo haalli geejiiba mijaawuu baatee nii cuufamuu taatee ,magaalaa fiinfinne osoo hiinseeniin goodina adda irratii baayyatanii ijaaramuun moormii osoo hiingaggeesiin callisaan kallatii huunda irraa iddoo barbaadamuuti deemuu

6.yoo gamtooma kana biittiineesan taatee namaa fiinfiinnee qajeelee beekuu duursachuun kallatiilee huumna poliisiitiin hiiqabaminiin akka bakka barbaadamuu gahan taasiisuu

7.oroomoonni fiinfinnee keessa jiiran akuuma bashanana idilee keessaniiti tooreen moormii saniittii siiquun huumna oroomiyaa irra dhuufuu dabaaluun bakka moormii tokkuumaan seenuu

8.warroonii fadaraalaa kuun yoo xiiqaatee ulee guuraatii isaanii guuddatuu kiilaashiin waan karaa cuufaniif huumna kana diigee dabree bakka barbaadamuu dhaqee moormii isaa gaggeesuu namoota jajjaboo fardaan deegaramuun fiinamoota tooftaa sportii qaban ijaaruun baayyatanii iddoo takkatii gamtaan iddoo barbaachiisuuti qajeelluu

9.soochiin goodhamuu huundii miidhaa xiqaa irra haanga guudaatii akkaa qabuu huubachuun itti ciichuun walii galaan soochii goodhamuu irratii arsaa kafaluu
[arsaan kafalamuus hiidhaa ,tuumiicha,du’aatiis dabalatuu danda’aa]

10.yeeroo kanattii fardii baayyee barbaachiisaa waan ta.’eef bakka moormiin itti gageefama ja’amuu kanatii haawaasa geesuun diirqama lammii huundaa waan ta’eef soochiin gageefamuu geejiiba nagaa fayyadamuun soochii kana irratii miidhaan akka hiin baayyanee gargaara
akeekachiisa:.

1. Yoo mootuumaan jeequumsa jalqabuu taatees nuu nama nagayaa akka taaneefi nagayaa akka barbaannuu ittii hiimachaa ,akka carraa hiirara nagayaa kuun nuu jalaa hiin fashaleef of eggaanoo ciimaa gaggeesuu

2:.yoo kuun diidee nama qabuu fii nama ruukuutuun jalqabamee huumnii ijaaramee deemu kuun akka geengoo waraanaatiin hiin marfamneef of egganuu goodhuun ,osoo wal irraa hiin dheeesiin ,kan rukuutamee kaafachaa ,kan qabamee gamtaan ittii ciichuun haarkaa baafachaa ,hiiriira nagayaa Gageesuu

3:. Yoo caraan hiiriira nagaa goodhamuun dadhabamuu taatees arsaa barbaachiisuu kafaluun hiiriirichii kan nagayaa akka ta’uu yaaluuf tarkaanfiitii akka hiin jarjaramnee of eggannoo ofirraa ittiisuu qoofa aka fuudhatamuu taasiisu

4:.maayii irrattii yoo huumnoonni mootumaa ajeechatii darban taatee tarkaanfii huumnoota waraanaa irratii utaaluun meeshaa haarkaanqaban saamuuttii qajeeluun gara tarkaanfii isa dhuumaattii geeddaruun fiinfiinnee mooraa dhiignii akka gaafa dargii [goola diima] qay shiibirtii geedaruun seenaa boonsaa du’anii ajjeesuuttii dabruun sadarkaa dhuumaa ta’uu qaba

B:- NAANNO OROMIYAATIIF
1.anaalee fii goodinaalee jiiran keessa caasaan mootumaaan kiittilayyoon opdon jaartee waan jiirtuuf caasaa kanattii fayyadamuun walkakaasuu gara anaa isiiniitii siqxuutii guyaaa jala buultii sambataa irratii anaa isiinitti siiqxuu jala ykn keessa buuluun qoophii xuumuurachuu

2.guyyicha sambataa kanati biifa ijaarameen
heedumaannee bakka hiiriira nagayaa saniittii suuduuduu barbaachisa

3.dhaadannooolee barbaachiisuu qoopheefachuun hiiriira nagayaa gaggeesuu

4.moormiilee gageefaman huunda sagaleeniis ta’ee suuraa kaasuun akka idiil adduunyaaf gabaafaman taasiisuu

5.naannooitii huumnoonni waraana bab’anii waan jiiraniif of egganoo balaa du’aa haanqiisuu godhuuf suuta deemuun bakka moormii si’aaiinaan tooohachuun ,kan qabamuufi ajjeefamuu baraaruun barbaachiisaa dha

6.Akeekachiisa fi tarsiimolee magaalooti gurguuddooti fayyadamnee akk barbaachiisuummaa isaaniitii fayyadamunn diirqama alammi bahuun seenaa galmeessaa!!

bilisummaa

Recent Posts

Koree raawwachiiftuu ajeechaaf Oromiyatti ramadamte

Koreen dhoksaan ajjeestuu maqaa nageenyaatiin MNO keessatti Mummicha Ministeeraatiin hundaa'ee fi Obbo Shimallis Abdiisaatiin kan…

6 months ago

Iccitii hidhamuu Obboo Battee Urgeessaa

Haabtaamuu Tasfaayetiin: Tibba darbe kana mariin Paartilee siyaasa Oromoo jedhu kan kanaan dura bara cee’uumsaa…

6 months ago

Godina Baalee: galgala ar’aa magaalaan Roobee balaa ibiddaatiin qabeenyi hawaasa bal’aa hedduun barbadaawe.

Galgala sa’aatii 2:00 (8:00) irratti balaan kun naannoo Buufata durii (Aroge-Mannahaaraa) jedhamu,Masjidannuur cinatti suuqii fi…

6 months ago

Gadaan gujii abbaa gadaa 75ffaa argate

Ofii Abbootii Gadaa 74 baallii waliif dabarsaa asiin geessisan beektu? Haala duudhaa isaa eeggateen waggoota…

6 months ago

Oromiyaan ganna shan guutuu waraanan hunkuramaa jiraatuu namuu ni hubata

Ijoollee Wareegamtootaaf Jecha ...  Nagaa Bara ammaa silaa martuu bakka maratti muldhata. Oromiyaan ganna shan…

9 months ago

Abiy Ahmed’s erecting Memorial Statues for genocidists of the Oromo for Menelik II and Haile Selassie

December 10, 2023 Leenjiso Horo    This article addresses the issue of the Oromo failure to…

9 months ago