QEEYROO OROMOO
Kalees boorumaa arraas boorumaa
Qeeyroon Oromoo didde gabrummaa
Tokkummaan jatti yaa bilisummaa!
Zinnaarri guutuu billawni qaraa
Farra walqixxummaa isaanii muraa
Qeeyroon Oromoo tokkoo kumaa gayaa
Addarra malee duuyda hin dhawamtuu
Daaraa godhuu malee diina hin dheeysituu
Qeeyroon Oromoo biyya sii hin gurgurtuU
Sirni gabrummaa hiddi isaa buqqa’ee
Ilmi namaa hundi hamma wal qixxaatuu
Qeeyroon Oromoo zinnaara hin hiikkattu
Gabrummaa diddee du’a filattee
Bineensaa wajjiin bosonatti galtee
Maaltu dandaya qeeyroon jabaattee
Abbaa Urjii
1979
Koreen dhoksaan ajjeestuu maqaa nageenyaatiin MNO keessatti Mummicha Ministeeraatiin hundaa'ee fi Obbo Shimallis Abdiisaatiin kan…
Haabtaamuu Tasfaayetiin: Tibba darbe kana mariin Paartilee siyaasa Oromoo jedhu kan kanaan dura bara cee’uumsaa…
Galgala sa’aatii 2:00 (8:00) irratti balaan kun naannoo Buufata durii (Aroge-Mannahaaraa) jedhamu,Masjidannuur cinatti suuqii fi…
Ofii Abbootii Gadaa 74 baallii waliif dabarsaa asiin geessisan beektu? Haala duudhaa isaa eeggateen waggoota…
Ijoollee Wareegamtootaaf Jecha ... Nagaa Bara ammaa silaa martuu bakka maratti muldhata. Oromiyaan ganna shan…
December 10, 2023 Leenjiso Horo This article addresses the issue of the Oromo failure to…