WASHINGTON, DC — VOA
Hirriirri mormii har’a godinaa Harargee Lixaa, aanaa Masalaa magaalaa Masalaa keessatti geggeessamuu isaa dubbatu, barattoonni. Dargaggonni magaalaattii fi barattoonni mana barnootaa sadarkaa lammaffaa waliin ta’uun hiriira geggeessan kana facaasuuf humnoonni mootummaa federaalaa tarkaanfii fudhataniin barattoonni lama jabaa madaa’uu ka dubbatan, barattoonni, “konkolaataa dhuunfaatiin gara Hospitaala Ciarootti ergaman. Lubbuun jiraachuu fi jiraachuu-dhabuun isaanii iyyuu hin beekame” jedhu.
Wallaggaa Bahaa, aanaa Giddaa Ayyaanaa, magaalaa Ayyaanaa keessa kanneen jiran – mana barnootaa sadarlaa lammaffaa fi ka qophaa’inaa keessatti barattoonni uffata gurraacha gadda mul’isu uffachuudhaan kaleessaa fi har’a hiriira ba’an irratti, “maaster pilaaniin Finfinnee fi magaalaalee Oromiyaa walitti-hidhuuf ba’e ni mormina. Hiriira kana irratti miidhaa dhaqqabee fi lubbuu dhala-namaa badeef mootummaan itti gaafatama fudhachuu qaba” jechuun dhaadannoo dhageessisaa turan, jechuudhaan jiraattonni magaalatti Raadiyoo Sagalee Ameerikaaf ibsanii jiran.
Gama biraatiin kan kaleessa hiriirri mormii keessatti geggeessamee ture Yunivarsitii Adaamaa keessatti barattoonni lama ajjeesaman – jedhu, barattoonni Yunivarsitichaa fi jiraattonni magaalattii. Qondaalli Poolisii magaalaa Adaamaa garuu, kaleessa ganama jeeqamni ka’uu malee barattoonni reebamuus tahe ajjeesamuu akka odeeffannoo hin qabne dubbatu.

Wallaggaa Bahaa, aanaa Giddaa Ayyaanaa, magaalaa Ayyaanaa keessa kanneen jiran – mana barnootaa sadarlaa lammaffaa fi ka qophaa’inaa keessatti barattoonni uffata gurraacha gadda mul’isu uffachuudhaan kaleessaa fi har’a hiriira ba’an irratti, “maaster pilaaniin Finfinnee fi magaalaalee Oromiyaa walitti-hidhuuf ba’e ni mormina.
Hiriira kana irratti miidhaa dhaqqabee fi lubbuu dhala-namaa badeef mootummaan itti gaafatama fudhachuu qaba” jechuun dhaadannoo dhageessisaa turan, jechuudhaan jiraattonni magaalatti Raadiyoo Sagalee Ameerikaaf ibsanii jiran.

Koreen dhoksaan ajjeestuu maqaa nageenyaatiin MNO keessatti Mummicha Ministeeraatiin hundaa'ee fi Obbo Shimallis Abdiisaatiin kan…
Haabtaamuu Tasfaayetiin: Tibba darbe kana mariin Paartilee siyaasa Oromoo jedhu kan kanaan dura bara cee’uumsaa…
Galgala sa’aatii 2:00 (8:00) irratti balaan kun naannoo Buufata durii (Aroge-Mannahaaraa) jedhamu,Masjidannuur cinatti suuqii fi…
Ofii Abbootii Gadaa 74 baallii waliif dabarsaa asiin geessisan beektu? Haala duudhaa isaa eeggateen waggoota…
Ijoollee Wareegamtootaaf Jecha ... Nagaa Bara ammaa silaa martuu bakka maratti muldhata. Oromiyaan ganna shan…
December 10, 2023 Leenjiso Horo This article addresses the issue of the Oromo failure to…