#OromoProtests Olola fakkeessaa Master Pilani ni dhaabna nagayas ni buufnaan OPDO yeroo oofamaa jiru kanatti Wayyaaneen Oromoota ganda gandatti fixuu daranuu cimsitee deemaa jirti. Erguma labsiin OPDO bahee asiiyyuu yoo xiqqaate ilmaan Oromoo 21 ajjeefamanii, dhibbatamaan madayanii, kumaatamaan hidhamaa jiran.
Hireen ummanni Oromoo qabu lama. Tokko haga saroonni Wayyaaneen ganda gandatti isa fixxuu taa’ee ofirratti eeguu. Kan lammataa bifa haarayaan tokkummaadhaan qabsoo finiinsee waloon duula ajjeechaa kana ofirraa ittisuudha. Marsaa kana dirmammuun Oromorraa geesse Wayyaanerras gahuu qabdi. Oromoon biyyeerra isaan warqiirraa akka hin tolfamin agarsiisuun dirqama ta’a.
Koreen dhoksaan ajjeestuu maqaa nageenyaatiin MNO keessatti Mummicha Ministeeraatiin hundaa'ee fi Obbo Shimallis Abdiisaatiin kan…
Haabtaamuu Tasfaayetiin: Tibba darbe kana mariin Paartilee siyaasa Oromoo jedhu kan kanaan dura bara cee’uumsaa…
Galgala sa’aatii 2:00 (8:00) irratti balaan kun naannoo Buufata durii (Aroge-Mannahaaraa) jedhamu,Masjidannuur cinatti suuqii fi…
Ofii Abbootii Gadaa 74 baallii waliif dabarsaa asiin geessisan beektu? Haala duudhaa isaa eeggateen waggoota…
Ijoollee Wareegamtootaaf Jecha ... Nagaa Bara ammaa silaa martuu bakka maratti muldhata. Oromiyaan ganna shan…
December 10, 2023 Leenjiso Horo This article addresses the issue of the Oromo failure to…