by Oromedia
(Oromedia, 12 Sadaasa 2013) Ayyaana FDG bara 2013, Canada, Torontotti kabajame irratti karaa toora skype sududaan dhiyaatanii ibsa kallattii haala ABOn keessa darbee fi yeroo ammaa keessatti argamu kan kennan Hayyuduree ABO, Jaal Daawud Ibsa, ABOn duula badiinsaa itti aggaammatame karaa hedduu ofirraa qolachuun qabsoo hidhannoo fi diplomaasii jijjiirraa hundee fidu gaggeessuutti akka jiru yaadachiisaniiru.
Keessayyuu, baroota 1990moota keessa duulli itti baname kan sadarkaa olaanaatti jireenya dhaabichaa qormaata keessa galche ta’uu kan ibsan Jaal Daawud, haleellaa fi shiroota sadarkaa addunyaatti ABO dhabamsiisuuf itti baname ofirraa deebisuun qabsoo of-ittisuu irraa gara jijjiirraa fiduutti tarkaanfachaa akka jiru illee hirmaatotaaf mirkaneessanii jiru.
Koreen dhoksaan ajjeestuu maqaa nageenyaatiin MNO keessatti Mummicha Ministeeraatiin hundaa'ee fi Obbo Shimallis Abdiisaatiin kan…
Haabtaamuu Tasfaayetiin: Tibba darbe kana mariin Paartilee siyaasa Oromoo jedhu kan kanaan dura bara cee’uumsaa…
Galgala sa’aatii 2:00 (8:00) irratti balaan kun naannoo Buufata durii (Aroge-Mannahaaraa) jedhamu,Masjidannuur cinatti suuqii fi…
Ofii Abbootii Gadaa 74 baallii waliif dabarsaa asiin geessisan beektu? Haala duudhaa isaa eeggateen waggoota…
Ijoollee Wareegamtootaaf Jecha ... Nagaa Bara ammaa silaa martuu bakka maratti muldhata. Oromiyaan ganna shan…
December 10, 2023 Leenjiso Horo This article addresses the issue of the Oromo failure to…