Categories: Oduu Oromiyaa

Ajjefamaa, saamamaa fi madaa’aa jirra, Kan Iyyata Keenya Dhaga’uu Dhabne

Jaallannee Gammadaa

22.11.2013

WASHINGTON, DC — Bulchiinsa naannoo Oromiyaa Godiina Haraargee Bahaa aanaalee Minoo fi Mayyuu Muluuqqee keessa uummanni jiraatan kan Oromoo dhalatoota bulchiinsa naannoo somaaleetiin dararaan nu irra ga’aa jira jechuun Raadiyoo sagalee Amerikaaf ibsan.

Anaalee lameen keessa kan jiru gandeen 30 keessa uummanni jiraataa ture kan Oromoo ajjefamaa qabeenyaan isaas saamamaa fi humnaan godaansifamaa jira jedhu jiraattonni kanneen ol iyyaanaaf jecha gara Finfinnee dhufan.

Waggaa tokko keessatti oroomooti 59 ajjefamanii hedduun akka mada’an akkasumas qabeenyaan qarshii miliyoona kurnaan lakkaa’amntu barbadaa’ee.

Gaaffii fi deebii Armaa Gaditti Caqasaa
bilisummaa

Recent Posts

Koree raawwachiiftuu ajeechaaf Oromiyatti ramadamte

Koreen dhoksaan ajjeestuu maqaa nageenyaatiin MNO keessatti Mummicha Ministeeraatiin hundaa'ee fi Obbo Shimallis Abdiisaatiin kan…

2 years ago

Iccitii hidhamuu Obboo Battee Urgeessaa

Haabtaamuu Tasfaayetiin: Tibba darbe kana mariin Paartilee siyaasa Oromoo jedhu kan kanaan dura bara cee’uumsaa…

2 years ago

Godina Baalee: galgala ar’aa magaalaan Roobee balaa ibiddaatiin qabeenyi hawaasa bal’aa hedduun barbadaawe.

Galgala sa’aatii 2:00 (8:00) irratti balaan kun naannoo Buufata durii (Aroge-Mannahaaraa) jedhamu,Masjidannuur cinatti suuqii fi…

2 years ago

Gadaan gujii abbaa gadaa 75ffaa argate

Ofii Abbootii Gadaa 74 baallii waliif dabarsaa asiin geessisan beektu? Haala duudhaa isaa eeggateen waggoota…

2 years ago

Oromiyaan ganna shan guutuu waraanan hunkuramaa jiraatuu namuu ni hubata

Ijoollee Wareegamtootaaf Jecha ...  Nagaa Bara ammaa silaa martuu bakka maratti muldhata. Oromiyaan ganna shan…

2 years ago

Abiy Ahmed’s erecting Memorial Statues for genocidists of the Oromo for Menelik II and Haile Selassie

December 10, 2023 Leenjiso Horo    This article addresses the issue of the Oromo failure to…

2 years ago