Hegeree Oromiyaa
Hiriira Mormii baqattottonni Oromoo kaayroo jiraatan Habashotaa fii Embaasii Ethiopia tiif qaban agarsiisuuf Onkololeysa 28/2014 fuula UNHCR Kaayroo duratti gadgeysa olan haalaa miidhagaa fii injifanno bonsaan xumuramee jira.
Hiriiraa nageyaa baqattonni Oromoo magaalaa Kaayroo jiraatan gadgeeysan kuni ganama keeysaa sa`atii 10tti wayta egalamuu hawwasnii hiriira kanarraa qodaa fudhatan akka qopheysitonni himanitti nama 800 kana caalutuu irraa qooda irraa fudhatee jechuus dubbatanii jiru.
Hiriira nageyaa fii balaaleyfanaa Habashaatiif bahamee kana Ijolleen mana barumsaa barattu fii haawwaan akkasuma manguddonni fii shamarran Oromo tokklleen oso hin hafin hiriiracharraa qoda guddaa fudhachuudhaan hiriirichaaf midhigina guddaa kennanii fii jiru.
Dhaadannon hiriira kanaa Keziin Oromoo Oromoo qofaafi dhiibbaan habshootaa fii embaassii wayyaanee Kaayroo nurraa haa dhabbatu jechuun barreyfamaan UNHCRtti galfatanii jirru.
Maayyiirratti boqattoonni Waajjira UNHCR Kaayroo irraa namni sadii himannaa baqattoota Oromoo Kaayroo kana irraa dhaggeyfachuudhaan furmaata itti laachuu fiis ballama cimaa galanii fii jiru,
Koreen dhoksaan ajjeestuu maqaa nageenyaatiin MNO keessatti Mummicha Ministeeraatiin hundaa'ee fi Obbo Shimallis Abdiisaatiin kan…
Haabtaamuu Tasfaayetiin: Tibba darbe kana mariin Paartilee siyaasa Oromoo jedhu kan kanaan dura bara cee’uumsaa…
Galgala sa’aatii 2:00 (8:00) irratti balaan kun naannoo Buufata durii (Aroge-Mannahaaraa) jedhamu,Masjidannuur cinatti suuqii fi…
Ofii Abbootii Gadaa 74 baallii waliif dabarsaa asiin geessisan beektu? Haala duudhaa isaa eeggateen waggoota…
Ijoollee Wareegamtootaaf Jecha ... Nagaa Bara ammaa silaa martuu bakka maratti muldhata. Oromiyaan ganna shan…
December 10, 2023 Leenjiso Horo This article addresses the issue of the Oromo failure to…