Categories: Oduu Oromiyaa

Beekaan sirna Gadaa Tokkos yeroo ILMAAN Oromoo gorsan akkas jedhu…

Maqaa nuti hiika saa hin beekne hin moggaafatinaa jedhu! Jedhanii hin dhiisnee Maqaa Muhammad jedhuu fii Kadiija jedhu hiika isaa Namni beeku hin jiru jedhan!!! Kuni raajii dhuma⁉


Namni kun erga dhimma Maqaa kaase maaliif Maqaa Muhammadii fii Kadiijaatiin’eegale? ykn jalqabe? Dhuguma wanta hordoftootni Islaamaa
Maqaa Muhammad jedhuu fi Kadiija jedhu wanta isaan moggaafataniif wallaaleetii laata?⁉ Kuni wanta dhugarraa fagaateedha
Maqaan Muhammad jedhu Addunyaa kana gubbaatti Maqaa eenyuu ‘akka ta’e Namni hin beekne baay’ee xiqqaadha?
Nama hin beekneef Maqaan Muhammad jedhamu kun Maqaa Maqaa Rabbiitti ykn Waaqaatti anee waamamuudha.! Maqaa Muhammad jedhamu kana kan akka inni Maqaa Rabbiitti aanee dubbatamu taasise ykn murtii Ummata isatti Amanetti kenne Rabbi ykn waaqa qofaadha.
Akkamitti Rabbi ykn waaqayyo Maqaa isaatti aansee MUHAMMADIIN waame yoo jette? akkas jechuudhaan ufitti aansee waame 👉Laa’ilaaha’illallaahu Muhammad Rasuulullaahi ykn Rabbii tokko qofa malee gabbaramaan Dhugaa hin jiru ! Muhammadis ergamaa RABBIITI ykn waaqaati jechuudhaan waaqni ufitti aansee Maqaa isaa dubbateera! Waaqni Addunyaa kana gubbaatti Ergamtoota baay’ee’ergeera. Haata’u malee kan Rabbi Isaan keessa Maqaa Rabbiitiin akka wal qabatu taasise Muhammad qofaadha. Maaliif jechuun keessan hin hafu Namni hin beekne? Wanti Rabbi Maqaa Muhammadii fi kan isaa walqabsiiseef 1 ffaan Rabbi MUHAMMADIIN Ummata Addunyaa kana gubbaa jiru hundatti wanta’ergeefiidha! Nama qofa osoo hin ta’in Jiinnii ykn seexana ykn sheyxaanattis ergameera! JINNII jechuun wanta Ijji Nama’arguu hin dandeenye kan Addunyaa kana gubbaa jiraatan jechuudha! Muslimtootni JINNIIN maal’akka ta’e’akka gaaritti beeku jedheen amana👍
Muhammad malee’ergamtootni hundi dhuunfaadhaan gara Saba saanii qofatti’ergaman.
2 ffaan Ergamaa waaqaa isa xumuraati! MUHAMMADIIN booda Qiyaamaa ykn Dacherraa kaafamuun’ala Ergaan Rabbirra ‘eegan hin jiru wan ta’eefi !
Kadiijas Haadha Muslimtoota’addunyaa gubbaa jiranii hundaati! Kadiija Haadha Mana Ergamaa Aalaamaati!
Wanti’ani dubbii kana addaan baaseef Oromootni qulqulluun akka hubatuufi!
Hordoftoota Amantii ISLAAMAATIIN Maqaa kana jijjiiradhaa jechuunirra Kan isaanitti dhiyaatu Lubbbuu’isaanii Maatii’isaanii guutumatti dhabuu’isaaniif wayya!
Walumaagalatti Oromootni bifa walqeequu kanarraa yoo’walqusachuu ykn ufqusachuu baatan ufumaa wal nyaachuul ala Bilisummaan isaan eegan wanta jirtu natti hin fakkatu!

bilisummaa

Recent Posts

Koree raawwachiiftuu ajeechaaf Oromiyatti ramadamte

Koreen dhoksaan ajjeestuu maqaa nageenyaatiin MNO keessatti Mummicha Ministeeraatiin hundaa'ee fi Obbo Shimallis Abdiisaatiin kan…

6 months ago

Iccitii hidhamuu Obboo Battee Urgeessaa

Haabtaamuu Tasfaayetiin: Tibba darbe kana mariin Paartilee siyaasa Oromoo jedhu kan kanaan dura bara cee’uumsaa…

6 months ago

Godina Baalee: galgala ar’aa magaalaan Roobee balaa ibiddaatiin qabeenyi hawaasa bal’aa hedduun barbadaawe.

Galgala sa’aatii 2:00 (8:00) irratti balaan kun naannoo Buufata durii (Aroge-Mannahaaraa) jedhamu,Masjidannuur cinatti suuqii fi…

6 months ago

Gadaan gujii abbaa gadaa 75ffaa argate

Ofii Abbootii Gadaa 74 baallii waliif dabarsaa asiin geessisan beektu? Haala duudhaa isaa eeggateen waggoota…

6 months ago

Oromiyaan ganna shan guutuu waraanan hunkuramaa jiraatuu namuu ni hubata

Ijoollee Wareegamtootaaf Jecha ...  Nagaa Bara ammaa silaa martuu bakka maratti muldhata. Oromiyaan ganna shan…

9 months ago

Abiy Ahmed’s erecting Memorial Statues for genocidists of the Oromo for Menelik II and Haile Selassie

December 10, 2023 Leenjiso Horo    This article addresses the issue of the Oromo failure to…

9 months ago