Akka bulchootii Somaaliilaandi jedhanitti bidiruun kana, Ammajii 7,2016 Somaalee gama Kaabaatti qabanii silaa naannoo Gulfitti godaanuutti jiran. Somaaliilanditti bulchaan godina Sanaag,Ahmed Abdi Falay waraanii isaanii bidiruu sun keessatti, ”reefa nama torbaa argee jedhee VOAtti hime.”Jarii kun beelaa fi dheebuun dhume.”
Kana malee akka jecha Abdiitti eegii bidiru keessaa baasanillee nama Itoophuyaa sadiitti du’e.
Somaalota sadii ka seer-malee bidiruutti nama fahanii hujii wanjalaa hojjatanillee sadiitti qabame akka gabaasa bulchoota Piintilaandiitti.
Bidiruun sun Bosaasoo gara Garba Diimaa deemuuttti jiraachuu hin oolu.
Somaaleen hariyummaa Iraan waliin qabu dhaabdee diplomaota isiillee saatii 72 keessatti biyyaa isiitii baasuuf hajaje.
Akka misniteri haajaa alaa Somaalee Dr.Abdulsalma Oomar VOAtti himetti diplomaatii Iraan Somaalee jiran hujii seera alaa hojjachaa turan.Rakkoo sun isaaniilleetti himanii deebii dhaban.
Saudii Arebiyaa fi biyyootii Jidduu-Gala Bahaa hedduun hariyummaa Iraan waliin qaban qaata diqqeeffachuu jalqaban.
Koreen dhoksaan ajjeestuu maqaa nageenyaatiin MNO keessatti Mummicha Ministeeraatiin hundaa'ee fi Obbo Shimallis Abdiisaatiin kan…
Haabtaamuu Tasfaayetiin: Tibba darbe kana mariin Paartilee siyaasa Oromoo jedhu kan kanaan dura bara cee’uumsaa…
Galgala sa’aatii 2:00 (8:00) irratti balaan kun naannoo Buufata durii (Aroge-Mannahaaraa) jedhamu,Masjidannuur cinatti suuqii fi…
Ofii Abbootii Gadaa 74 baallii waliif dabarsaa asiin geessisan beektu? Haala duudhaa isaa eeggateen waggoota…
Ijoollee Wareegamtootaaf Jecha ... Nagaa Bara ammaa silaa martuu bakka maratti muldhata. Oromiyaan ganna shan…
December 10, 2023 Leenjiso Horo This article addresses the issue of the Oromo failure to…