Kutaalee Oromiyaa gama Bahaa kanatti hawaasni keenya hedduu beelawanii jiran. Duraan fageenya irra teenyee hordofaa turre. Dhaloota jechaa irraa gara dhaloota gochaan agarsiisutti cehuuf hawaasa kana waan xiqqoo fudhannee, imaltuu guyyaa sadiif jilli caayaa Tokkummaa Fugug gooneen Malkaa balloo geenye rakkoo kana agarre.
“Beelti beellamaa qabdu ” dhaadannoo jettuun imala eegalleen bakka itti tilmaammanne danqaa warra biyya bulchuun haqqannuus , Hawaasa araddaa Dirree Quufaa laalle. Hawaasni kun beelaa keeysa nutti boohan.
Waan hedduu nama gaddisiisuudha. Dhuguma dubbachuuf hawaasni kun rakkoo beelaa ulfaataa keessa jiran. Lubbuu hawaasa keenyaa kana baraaruuf humnaafi qindoomina jabaa akkasumaas, arjummaa Lammii guddaa barbaachisa. Hanga ammaa Namni dhumaa jira. Dirmachuu Lammii keeysanii barbaadan.
“Beelti beellama hin qabdu” Team CAAYAA TOKKUMMAA FUGUG.
Deeggarsi Ummata keeysanii ammallee haa itti fufu!
Koreen dhoksaan ajjeestuu maqaa nageenyaatiin MNO keessatti Mummicha Ministeeraatiin hundaa'ee fi Obbo Shimallis Abdiisaatiin kan…
Haabtaamuu Tasfaayetiin: Tibba darbe kana mariin Paartilee siyaasa Oromoo jedhu kan kanaan dura bara cee’uumsaa…
Galgala sa’aatii 2:00 (8:00) irratti balaan kun naannoo Buufata durii (Aroge-Mannahaaraa) jedhamu,Masjidannuur cinatti suuqii fi…
Ofii Abbootii Gadaa 74 baallii waliif dabarsaa asiin geessisan beektu? Haala duudhaa isaa eeggateen waggoota…
Ijoollee Wareegamtootaaf Jecha ... Nagaa Bara ammaa silaa martuu bakka maratti muldhata. Oromiyaan ganna shan…
December 10, 2023 Leenjiso Horo This article addresses the issue of the Oromo failure to…