Barreessaa:- Saphaloo Kadiir KUTAA LAMMAAFFAA(2) Mooraan koollejjichaa yeroo dheeraaf faanaa fi hafuura namaa dheebottee turte, torbaan kana namoota umrii garagaraa…
Tujubee Kuusaa 04.11.2014 20:50 WASHINGTON DC— Fiilmiin afaan Oromoo haaraan kan mata dureen isaa Qurxama jedhu dhiyeenya kana eebbisamee jira. …
Afaan Oromoof Haa dirmanuu Ijooleen Habasha (OPDOn) gartun yaakkamtun kun harree oftee diina Oromiyyaa galchuusheti bara 1991 kassee ummaati keenya…
Dhukkuba hamaa nurraa qabi "Ebola" Addunyaan dadhabdee sihi abbaan falaa Dallansuma teetii dhibdee mitii balaa Irraa nu baraarii nu baasi…
Hin seenu mana san haaloon irraa qaba Waan baay'ee na miidhan aariin garaa qaba Tokkoyyuu hin dagadhu ani gocha…
Kutaa 1ffaa Hubachiisa:- yoo akka dubbifteen ‘like’, ‘share’ fi ‘comment’ godhuu baatte dubbisuun hin hayyamamu. dubbisanii 'like' 'share' 'comment'…
Beekumsallee hin dhabnu Ofiifillee hin taanu Sammuun haguugatee Afaan haa dubbtu Egaa na dhaggeeffadhuu Carraan erga fiddee Oromoon tokkodha Eenyutu…
Jaalalaan qaroomnee, jaalalaan gammannee, Abdii fuula duraa keessa keenyatti horannee, Umrii teenya guutuu addaa’n baanu jannee, Waliif taanee akka,…
Jajjabee Biyya keessaa ~ Hiyyeessa jechuun nama qarshii hiyyoome osoo hin taane, nama sammuu hiyyoomeedha! ~ Beekaa jechuun nama dogoggora…
Afaan Afaan Oromoo dha Hiddii isaa cimaa dha Tola dhabuun hin ta'uu Chaaya isaa Odaa dha Afaan Afaan Oromoo dha…