Categories: Afaan Oromoo

Afaan Afaan Oromoo dha..

Afaan Afaan Oromoo dha
Hiddii isaa cimaa dha
Tola dhabuun hin ta’uu
Chaaya isaa Odaa dha
Afaan Afaan Oromoo dha
Afaan abba kiyya
Afaan haadha tiyya
Afaan Oromiyya
A B C D jennee

Afaanuma keenyyan katabnne dhubifnna
Afaan Oromootin baranne gudhanna
Afaan kee ciimssani aada ofii dagaagssan
Barruu fii jeechotaa walaloon gabbissan
Geeraraaf makmaaksa waal yaadachiisun
Yoomiyyu hin dhaabbatu dhalootan dabarsuun
Geeraraaf makmaaksa waal yaadachiisun
Yoomiyyu hin dhaabbatu dhalootan dabarsuun

Afaan Afaan Oromoo dha
Afaan Afaan Oromoo dha
Hiddii isaa cimaa dha
Tola dhabuun hin ta’uu
Chaaya isaa Odaa dha
Afaan Afaan Oromoo dha
Afaan abba kiyya
Afaan haadha tiyya
Afaan Oromiyya
A B C D jennee

Afaanuma keenyyan katabnne dhubifnna
Afaan Oromootin baranne gudhanna!
Afaanif haasofnnii isaa saroo hiddaati
Loqodhaa inni qabuu ya’aa galaanati
Boojia alagaa boonsisaa sabaati
ilmaan haa barattuu faaya heegeretii
Boojia alagaa boonsisaa sabaati
ilmaan haa barsiifnnu ifaa heegeretii

Afaan Afaan Oromoo dha
Afaan Afaan Oromoo dha
Hiddii isaa cimaa dha
Tola dhabuun hin ta’uu
Chaaya isaa Odaa dha
Afaan Afaan Oromoo dha
Afaan abba kiyya
Afaan haadha tiyya
Afaan Oromiyya
A B C D jennee

Afaanuma keenyyan baranne gudhanna
Afaan Oromootin baranne gudhanna
Utubaa aada koo afaan Oromootii
Madda shaggooyye dha
Geeraraaf tirriiti
Yoo mooti hin qabaatin Afaan alagaati
Beeki Afaan Oromoo mooti moototatii
Beeki Afaan Oromoo mooti moototatii….X2
Barnoota Barnoota Barnoota!!!
*********************
By. Kemer Yusuf

bilisummaa

Recent Posts

Koree raawwachiiftuu ajeechaaf Oromiyatti ramadamte

Koreen dhoksaan ajjeestuu maqaa nageenyaatiin MNO keessatti Mummicha Ministeeraatiin hundaa'ee fi Obbo Shimallis Abdiisaatiin kan…

2 months ago

Iccitii hidhamuu Obboo Battee Urgeessaa

Haabtaamuu Tasfaayetiin: Tibba darbe kana mariin Paartilee siyaasa Oromoo jedhu kan kanaan dura bara cee’uumsaa…

2 months ago

Godina Baalee: galgala ar’aa magaalaan Roobee balaa ibiddaatiin qabeenyi hawaasa bal’aa hedduun barbadaawe.

Galgala sa’aatii 2:00 (8:00) irratti balaan kun naannoo Buufata durii (Aroge-Mannahaaraa) jedhamu,Masjidannuur cinatti suuqii fi…

2 months ago

Gadaan gujii abbaa gadaa 75ffaa argate

Ofii Abbootii Gadaa 74 baallii waliif dabarsaa asiin geessisan beektu? Haala duudhaa isaa eeggateen waggoota…

2 months ago

Oromiyaan ganna shan guutuu waraanan hunkuramaa jiraatuu namuu ni hubata

Ijoollee Wareegamtootaaf Jecha ...  Nagaa Bara ammaa silaa martuu bakka maratti muldhata. Oromiyaan ganna shan…

4 months ago

Abiy Ahmed’s erecting Memorial Statues for genocidists of the Oromo for Menelik II and Haile Selassie

December 10, 2023 Leenjiso Horo    This article addresses the issue of the Oromo failure to…

4 months ago