Oduu Oromiyaa

Haala Baqattoota Oromoo Yaman yeroo ammaa

Halleellaan Xayyaarri biyyi Sa'udi Ti fi kanneen biroo Dabalate Magaaloota Yaman mara Rukutaa jiru eega jalqabe Guyyaa 13 gaheera, kanumaan…

11 years ago

Haasawa Obboo leencoo Lataa 1992

https://www.facebook.com/video.php?v=1586446578278293 Lasa kaleessaa fii Ar'aa ..................

11 years ago

Oduu Gaddaa,(YAMAN): baqatoonni Oromoo lama kan biyya Yaman keessa jiraatn rasaasa baraariin madaawan

  Guyyaa Arraa Kana Magaalaa Sana'aa keesatti Rasaasni Qabbanaawaan kan samirraa gaddeebi'e Shamarran Baqattoota Oromoo lama 1,Hawaa Ahmad Abdulla, 2,Khadija…

11 years ago

Lolli Yemen keessaa itti fufee jira. Baqattoonnis lola kana giddutti danqamne jedhu

WASHINGTON DC— Baqattoonni Yemen keessa jiran yeroo ammaa rakkoo hamaa keessa jiraachuu isaanii dubbatu. Dhukaasi magaalaa nuti keessa jirru Aden…

11 years ago

Beeysisa: Obboo Johaar Mohammed hawaasa Oromoo biyya Suweedin galateeyfachuuf Adooleessaa 20/04/2015 nu keessatti argamuuf waan deemu akka qooda irraa fudhattan isin afeera

Nageenyi Waaraan Ilmaan Oromoo Maraaf, Nagga keenyatti aansuun Waamicha gammachiisaa Uummata Oromoo Swedenii fi nannawaa ishee jiran maraaf. Yeroo dheeraaf…

11 years ago

J/Odaa Xasee: “Waraannii keenya diinaa wajjiin kokkee wal qabaa jira”

Gaafiif deebisaa OMN  Obboo Odaa Xasee waliin taasise...Guutuu haasawaa kanaa caqasuuf as tuqi

11 years ago

SEENAA GABAABAA Obboo KADIIR WAAQOO SHAAQEE

INNAA LILLAAHI WO INNAA ILEEYHI RAAJI'UUN !!!   Kadiir waaqoo kan dhalatan godina baalee aanaa harannaa bulluq ganda bulluq jedhamu…

11 years ago

Seenaa Gabaabduu Jaalle Bunguli (Abdiisaa) Hayilee

Bunguli (Abdiisaa) Hayilee abbaa isaa obboo Hayilee Dagabaasaa Camadaa fi haadha isaa Aaddee Muluu Daammanaa irraa caamsaa 6/1978 A.H. ti…

11 years ago