Categories: Oduu Oromiyaa

Haala Baqattoota Oromoo Yaman yeroo ammaa

Halleellaan Xayyaarri biyyi Sa’udi Ti fi kanneen biroo Dabalate Magaaloota Yaman mara Rukutaa jiru eega jalqabe Guyyaa 13 gaheera, kanumaan walqabatee guyyaa kaleesaa fi arraa kana Mooraa waraanaa kan magaalaa Sana’a naannoo (Khowlan)ja’amutti kan argamu Xayyaari lolaa haalaan Rukutuu irraa kan ka’een Matiwwaan Baqattoota Oromoo Kudhantamaan lakkaawaman iddoo(mana) jireenyaa isaanii’irraa mi’a(meeshaa) tokko malee godaansise,

Yaa Ummata Oromoo Bakka jirtanii Nuudirmadhaa-Gara Addunyaatti Nuu iyyadhaa-Balaa keesajirru kana irraa Furmaata Nuubarbaadaa!!
Lammiin biyya qabdu balaa kana jalaa gara biyyoota isaanii nagahaan galaa jiru.

bilisummaa

Recent Posts

Oromiyaan ganna shan guutuu waraanan hunkuramaa jiraatuu namuu ni hubata

Ijoollee Wareegamtootaaf Jecha ...  Nagaa Bara ammaa silaa martuu bakka maratti muldhata. Oromiyaan ganna shan…

2 months ago

Abiy Ahmed’s erecting Memorial Statues for genocidists of the Oromo for Menelik II and Haile Selassie

December 10, 2023 Leenjiso Horo    This article addresses the issue of the Oromo failure to…

2 months ago

Ethiopian Empire: Socialism and Federalism as Schemes to Avert its Breakup

November 10, 2023 Fatansaa Sulee Shogodoo    The interest of this article is not to do…

3 months ago

OROMO CIVILIANS CONTINUE TO BE TARGETED BY FANO MILITIA

Amhara Fano continued to attack Oromo civilians. In this latest incident, at least 17 people…

3 months ago

The Impact of Slogan Change on the Oromo People’s Struggle for Independence

Deebitee Kootee Bilisoo October 25, 2023     Note that a political slogan stands for a cause.…

4 months ago

Fano: The Anti-Oromo Amhara fascist Paramilitary Extremist Militia Organization

October 17, 2023 Mallisee Fatansaa Sulee    Recently, a chorus of diaspora Amhara social media, the…

4 months ago