Categories: Oduu Oromiyaa

Dargeggeessi Oromoo kan yakkaa tokko malee akka bineessa rukutamee ajjefame awwaalame..

God/W/lixaa aanaa Gimbii ganda waloo yesuusitti dhalata barataa Gammachiis Dabalaa umuriin 16 yoo ta’u barataa kutaa 9ti. Jireenyasaa keessatti cilee gubee gara magaalaa gimbii geessee ittin barataa maatii saas gargaara . Akkuma amalasaa cilee fuudhee guyyaa gaafa 02/09/2006 akka lakk habasha ganama gara magaalaa gimbii utuu deemuu loltuun wayyaanee naannoo gafaree bakkaa addaa mana indaaqqoo jedhamutti duukaa buutee ariun rasaasaan miilla isaa dhoofte. gaafuma sana hospitaala adventisti Gimbii ciise. Ta’us carraa fayyuu hin arganne guyyaa gaafa 12/09/2006tti lubbuunsaa darbite kichuutu hudhaatti cite ayiiiiiiiiiiii yaa oromoo lakkii ka’iiiiii uuuuuuuuuuuuuu
—————————————

SAD NEWS!!

In west wallagaa in the town of Gimbi in the neighborhood of Waloo-yesuus. There was a 16 year old grade 9 student named Gammachiis Dabalaa. In his life time he used to burn firewood to make charcoal so he can support his family as well as paying for his education. Like his day to day duty, while he went to fetch woods and burn for charcoal on his way to Gimbi town in the morning on 02/09/2006(E.C) he was shot on his foot by a woyanee(TPLF) soldier. Since that day this young boy was spending his time in the Adventist Hosptal in the Gimbi town. Due to lack of quick recovery he passed away on 12/09/2006. May his soul rest in peace!!!!!!!!

bilisummaa

Recent Posts

Koree raawwachiiftuu ajeechaaf Oromiyatti ramadamte

Koreen dhoksaan ajjeestuu maqaa nageenyaatiin MNO keessatti Mummicha Ministeeraatiin hundaa'ee fi Obbo Shimallis Abdiisaatiin kan…

6 months ago

Iccitii hidhamuu Obboo Battee Urgeessaa

Haabtaamuu Tasfaayetiin: Tibba darbe kana mariin Paartilee siyaasa Oromoo jedhu kan kanaan dura bara cee’uumsaa…

6 months ago

Godina Baalee: galgala ar’aa magaalaan Roobee balaa ibiddaatiin qabeenyi hawaasa bal’aa hedduun barbadaawe.

Galgala sa’aatii 2:00 (8:00) irratti balaan kun naannoo Buufata durii (Aroge-Mannahaaraa) jedhamu,Masjidannuur cinatti suuqii fi…

6 months ago

Gadaan gujii abbaa gadaa 75ffaa argate

Ofii Abbootii Gadaa 74 baallii waliif dabarsaa asiin geessisan beektu? Haala duudhaa isaa eeggateen waggoota…

6 months ago

Oromiyaan ganna shan guutuu waraanan hunkuramaa jiraatuu namuu ni hubata

Ijoollee Wareegamtootaaf Jecha ...  Nagaa Bara ammaa silaa martuu bakka maratti muldhata. Oromiyaan ganna shan…

9 months ago

Abiy Ahmed’s erecting Memorial Statues for genocidists of the Oromo for Menelik II and Haile Selassie

December 10, 2023 Leenjiso Horo    This article addresses the issue of the Oromo failure to…

9 months ago