Oduu Ammee!
“Giriggirri keessa budeen nacciin shan bade” jedhani!Giriggirri dhibee Koronaa vaayiraasii sababeeffachuun Mootummaan bilxiginaa fi harcaattootni sirnaa naafteenyaa koronaa vaayiraasiitti aantee adamoo beektoota ukkaamsuu eegaltee jirti waan ta’eef beektotni mana keessanii akka hinbaane ofeeggannoo cima godha! Booda gaafa barri darbee akka dukkaanna’eetti hin hafu maaliif hitanii jedhanii qaamni gaafatan yoo argame mana ta’aa jedhanan waan didaanii bakkee keessa waan deemaniif dhibee koronaa vaayiraasii qabachuu fi dhabuu isaanii addaa baafachuu koree taaskii foorsii dhibee koronaa Vaayiraasiif ittisuuf dhaabbatetu qabee bakka ‘magagamiyaa’ yeroof qophaa’ee geesse malee nutti waan beeknu hinqabnu isiin jechuun isaanii hinhafu!
Dr.Milkeessaan buutame jira, Dr.Darajjeee immoo buutuf barbaadaa jiraachuun oduun gola bilxiginaa keessa miliqxee baatee jirti.
Garaagarummaan mootummaa bilxiginaa fi koronaa vaayiraasii gidduu jiru sabummaan addaan baasanii miidhuu qofadha malee jarri lachuu tokkummaa!
Kanaaf, yeroo ammaa dacheen oromiyaa fi uummaatni oromoo koronaa harcaattoota sirnaa naafteenyaan ijaarame mootummaa bilxiginaa fi koronaa dhukkubbaa waliin waraanatti seenee keessummeessaa jira jechuun nidanda’ama.
Kaadireen bilxiginaa maraatee nama uuffata itti deebisuu dhabdee dhiroo maalwaaya?
Koreen dhoksaan ajjeestuu maqaa nageenyaatiin MNO keessatti Mummicha Ministeeraatiin hundaa'ee fi Obbo Shimallis Abdiisaatiin kan…
Haabtaamuu Tasfaayetiin: Tibba darbe kana mariin Paartilee siyaasa Oromoo jedhu kan kanaan dura bara cee’uumsaa…
Galgala sa’aatii 2:00 (8:00) irratti balaan kun naannoo Buufata durii (Aroge-Mannahaaraa) jedhamu,Masjidannuur cinatti suuqii fi…
Ofii Abbootii Gadaa 74 baallii waliif dabarsaa asiin geessisan beektu? Haala duudhaa isaa eeggateen waggoota…
Ijoollee Wareegamtootaaf Jecha ... Nagaa Bara ammaa silaa martuu bakka maratti muldhata. Oromiyaan ganna shan…
December 10, 2023 Leenjiso Horo This article addresses the issue of the Oromo failure to…