Akkuma beekkamu guutuu Oromiyaatti FDG garbummaa ji’a eblaa irraa kaasee M/barnoota sadarkaa 1ffaa irraa hanga yuunivarsiititti Karaa nagaatin barattootni fi hawaasa gaaffii mirgaa dhiyeessaniif deebiin rasaasan daa’ilma umrii waggaa 10 irraa hanga jarsaa ganna 80tti ajjesuu, madeessu,reebuu,hidhuu, fi barumsa irraa ari’uu irratti kan xiyyeefate sirni nama nyaata TPLF
Barattoota fi hawaasa m/hidhaa Ambootti ji’a eblaa irraa qabe ji’a sadiif ukkamsuun kan m/m oromiyaa mirgaa wabii eegef illee
akka isaan M/hidhaati hin baane gochaa turan olaantummaa seera
a m/murtii illee kabajuu diduun m/murtii dorsisuun himanna madalli seeraa hin qabne gartokk
ee isaanii irraattim/m oromiyaa bansisaniituran kan nama dinqu ijoolleen umriin isaan himannaf hin guunnee illee akka keessatti argaman walumaagalatti namoota 63 ta’u isaanii qeerroon
yeroo adda addaa gabaasaturera.
Gar-tokkee isaanii irrati immoo m/murtii olaana Go/sh/lixaa m/Amboo himanna banuun mirgaa wabii qarshii 10000 namoota mursaaf eegamen; namoonni gadi gaafa 16/7/2014 gadi dhifamanituran jedhu hawaasni M/Amboo.isaaniis:
1.ob/Durma sarbesa dabalaa M/A
2.Gautama Disasa dabalaa M/A
3.Mardasa simee dabalaa M/A
4.Abara Nadhasa dabalaa M/A
5.wabii xilahuun bar/yuni Ambo
6.Waquma Dhaba bar/yuni Ambo
7.Barudin Sharif bar/yuni Ambo
8.Daniel olana bar/yuni Ambo
9.Misgana Teresa bar/yuni Ambo
10.Damana Girma bar/yuniAmbo
11.Kadir Qamar bar/yuni Ambo
12.Kaleeb Gutu bar/yuni Ambo
13.Rafisa Waqshumi bar/yuni “””
14.Tamasgen Abara bar/yuni “””
15.Kadir Mahamad bar/yuni””” fa’a
turan warrii carraa kanaan bahan haata’u malee sirnii nama nyaata abbaa irree TPLF fi warrii haadha gara OPDOn ilmaan oromoo irraatti shira xaxuu hin dadhabne
namoota lakkofsaa 1ffaa fi 2ffaa irraatti argaman irratti sababa gaafuma isaan M/hidhati bahan galgalaa qaama hin beekamne lukkee OPDO Kan yeroo dheeraaf barattoota fi jiraattota gidirsaa tu
re irratt tarkanfi fudhatamef;deebiisani hidhan.
Koreen dhoksaan ajjeestuu maqaa nageenyaatiin MNO keessatti Mummicha Ministeeraatiin hundaa'ee fi Obbo Shimallis Abdiisaatiin kan…
Haabtaamuu Tasfaayetiin: Tibba darbe kana mariin Paartilee siyaasa Oromoo jedhu kan kanaan dura bara cee’uumsaa…
Galgala sa’aatii 2:00 (8:00) irratti balaan kun naannoo Buufata durii (Aroge-Mannahaaraa) jedhamu,Masjidannuur cinatti suuqii fi…
Ofii Abbootii Gadaa 74 baallii waliif dabarsaa asiin geessisan beektu? Haala duudhaa isaa eeggateen waggoota…
Ijoollee Wareegamtootaaf Jecha ... Nagaa Bara ammaa silaa martuu bakka maratti muldhata. Oromiyaan ganna shan…
December 10, 2023 Leenjiso Horo This article addresses the issue of the Oromo failure to…