Gaafiifi deebii Raadiyoo Hello Oromia waliin godhan keessatti, Dr Marara Gudinaa Faranjiifi Waaqni nama of gargaaree gargaaruu jedhanii dhaaman. Yoo Oromoon akka sabaatti wal gargaaree, nu gargaaraanii.
Oromoon yoomiyyuu caalaa tokkummaan akka dhaabbatuu yaamicha dhiheessan. Oromoonni akka sabatti waan Mootummaan Itoophiyaa miidhaa hiruuf, akka sabaatti dhaabbachuu qabu. Dhaabbilee siyaasaa Oromoo hundi walitti dhufuun qaawaa siyaasaa jiru akka cufaan yaamichaas dhiheessaniiru. Oromoon laga cehuuf akka siyaasatti odoo hin taanee akka sabatti cehaa jedhu. Yoo Oromiyaa jiraachuu qabdi jenne amannee, akka sabaatti jiraachuu qabnaa jedhu. Oromoon walii iyyadhaa iyya dabarsaa jedha. Hiriirri nagayaa Goondariifi Walloo keessatti deemaa jira. Garuu kan mootummaan garaa jabeennaan miidhaa jiru, uummata Oromoo kan hiriiraa bahuuf carraaquudha. Mootummaan Oromootaafi marartii hin qabu. Gaafa tokko galaaanni Oromoo nurraan dhangalaaa nu balleessaa jedhe sodaataa jedhu.
Sochii Oromoon biyya alaatti godha jiranillee dinqisiifatanii jiru. Haa ta’u malee hiriibaa bahuun waan tokko, gurmaa’uun waan biraati jedhe dubbate. Akka sochiileen kun firii horattu, Oromoon biyya alaa jiranii, akkuma ka biyya keessaa, jaarmayaa cimaa barbaaduu jedhanii. Dhaabni keessanii sochii kana gargaaruuf maali godhaa jira? Dhaabni keessanii humna hagam ga’uu qaba? Diaspora-n maal godhu qaba? Gargaarsa akkam barbaadduu? Gaafii hedduu gaafannee, deebii argachuuf
gaafiif deebisaa kana caqasuuf as tuqaa
Koreen dhoksaan ajjeestuu maqaa nageenyaatiin MNO keessatti Mummicha Ministeeraatiin hundaa'ee fi Obbo Shimallis Abdiisaatiin kan…
Haabtaamuu Tasfaayetiin: Tibba darbe kana mariin Paartilee siyaasa Oromoo jedhu kan kanaan dura bara cee’uumsaa…
Galgala sa’aatii 2:00 (8:00) irratti balaan kun naannoo Buufata durii (Aroge-Mannahaaraa) jedhamu,Masjidannuur cinatti suuqii fi…
Ofii Abbootii Gadaa 74 baallii waliif dabarsaa asiin geessisan beektu? Haala duudhaa isaa eeggateen waggoota…
Ijoollee Wareegamtootaaf Jecha ... Nagaa Bara ammaa silaa martuu bakka maratti muldhata. Oromiyaan ganna shan…
December 10, 2023 Leenjiso Horo This article addresses the issue of the Oromo failure to…