Manni kun gaara mullataa Aanaa gurawaa keessatti argama, inniis iddoo mootichi nafxanyaa haylasillaaseen mootii lij Iyyaasuu itti hidhe iddoo kana deemee namni daawwate Gara jabeeny/hammeenya mootummoota nafxanyaa salphatti hubata. Sababniis gochi yeroosana lij Iyyasuu irratti raawwatame ammallee as keessatti waan mullatuufii.
Koreen dhoksaan ajjeestuu maqaa nageenyaatiin MNO keessatti Mummicha Ministeeraatiin hundaa'ee fi Obbo Shimallis Abdiisaatiin kan…
Haabtaamuu Tasfaayetiin: Tibba darbe kana mariin Paartilee siyaasa Oromoo jedhu kan kanaan dura bara cee’uumsaa…
Galgala sa’aatii 2:00 (8:00) irratti balaan kun naannoo Buufata durii (Aroge-Mannahaaraa) jedhamu,Masjidannuur cinatti suuqii fi…
Ofii Abbootii Gadaa 74 baallii waliif dabarsaa asiin geessisan beektu? Haala duudhaa isaa eeggateen waggoota…
Ijoollee Wareegamtootaaf Jecha ... Nagaa Bara ammaa silaa martuu bakka maratti muldhata. Oromiyaan ganna shan…
December 10, 2023 Leenjiso Horo This article addresses the issue of the Oromo failure to…