16.07.2013
WASHINGTON, DC — Lammi Awustraaliyaa hidda dhalata Oromoo kan taate Toltuu Tufaa umriin ishee Digdamii torba. Abbaan Toltuu Oromoo harmeen ishee immo lammii biyya Turkii ti. Afaan Oromoo Afaan Turkii fi Afaan Ingilizii sirritti beekti.
Afaan ofii sirritti beekuun Aadaa fi seenaa saba ofii baruuf furtuu dha kan jettu Toltuun ijoollee ofii ijoollummaa kaasee afaan ofii barsisuun itti gaafatama maatii ti jetti.
Yeroo ammaa gosa barnootaa qor-sammuu ykn Saaykooloojiin Doktorummaa ykn pii eech Dii (PHD) barataa kan jirtu Toltuun hogganaa gaarii ta’uuf nama ajajuu otoo hin taane ofii hojjatanii jaalala horachuutu barbaachisa jetti.
Koreen dhoksaan ajjeestuu maqaa nageenyaatiin MNO keessatti Mummicha Ministeeraatiin hundaa'ee fi Obbo Shimallis Abdiisaatiin kan…
Haabtaamuu Tasfaayetiin: Tibba darbe kana mariin Paartilee siyaasa Oromoo jedhu kan kanaan dura bara cee’uumsaa…
Galgala sa’aatii 2:00 (8:00) irratti balaan kun naannoo Buufata durii (Aroge-Mannahaaraa) jedhamu,Masjidannuur cinatti suuqii fi…
Ofii Abbootii Gadaa 74 baallii waliif dabarsaa asiin geessisan beektu? Haala duudhaa isaa eeggateen waggoota…
Ijoollee Wareegamtootaaf Jecha ... Nagaa Bara ammaa silaa martuu bakka maratti muldhata. Oromiyaan ganna shan…
December 10, 2023 Leenjiso Horo This article addresses the issue of the Oromo failure to…