Amajjiin tokko guyyaa WBO fi Uummata Oromoo keessaa fi Alaa biratti haala ho’aan kabajama .Kanaaf gaafa Amajjii 1/ 2015 akka DC sa’a 2=00 pm fi akka Awropa sa’a 8=00 galgala irraa kaasee Karaa sararaa paltolk Mana wiirtuu Gadaa Bilisummaa Oromoo ti ,Guyyaa kana Gurmuun Miseensota WBO Biyya Ambaa waliin akka ayyaneffattan kabajaan hafeeramtaniittu,guyyaa kana Hogganni ABO Dhaamsa Bara Haaraa fii Hasawaa gochuun gaaffii fii deebii nu waliin godhu.Seenaa Guyyaa WBO ilaalchisee J/Dugaasaa Dhugoomsaa hasawaa godhu .Hawwisooti WBO kan Biyya Alaa keessatti arkamanii fii Artstooti Oromoo kan Afeeraman wal duraa duubaan faaruu warraqsaa dhiheessuun isin bashannansiisu,akkasumas Walaloolee,shaggoyyee ,geerarsa fii Makamaaksis ni jira . Miseensoti WBO warren qabsoo irratti Qaamaa hirratan fi Mana Hidhaatti Toorchiidhaan miidhaman haasawaa godhu . Miseensoti WBO tartiiban isin keesumsiisu.
Injifatnnoon Uummata Oromoof !!!
Biyya biraatti manneen amantii…. - Dhaabbata gargaarsa adda addaa tolchanii hiyyeessa gargaaru, - Hospital adda…
Kashlabboonni amaara dhala Oromoo (Taakkalee Uumaa) DC keessatti akkasitti xiqqeessuu isaanii ijaan arguun onnee nama…
USA Welcome Corps Program Tibbana Ameerikaan sagantaa godaansaa / Immigration Program/ tokko ifoomsitee jirti. Sagantaan…
Tensions in the Wollo Oromia Special Zone (located in the Amhara Region, Ethiopia) have flared,…
Map showing part of the locations where the latest violence is ongoing Addis Abeba – Residents…
NAIROBI, Kenya — Witnesses allege that several dozen civilians and fighters have been killed in…