Categories: Oduu Oromiyaa

Guyyaa fi Bakka Sagantaa Geggeessaa Obbo Tarfaa Dibaabaa

Guyyaa fi Bakka Sagantaa Geggeessaa Obbo Tarfaa Dibaabaa

Obbo Tarfaan, Amajjii 6. 1940, magaalaa Dambidollo, Wallaga, Oromiyaa tti dhalatanii Adoleessa 29, 2016, magalaa Hamburg, Jarmanii, keessati addunya kana irraa dhukubaan boqootan.
Sagantaan geggessaa Obbo Terfaa Dibaabaa Jimaata Hagayyaa 5, 2016,  sa’aa 10:00 akka yeroo biyya Jarmanitti,  mana sagadaa Altona Kreuzkirche, Hohenzollernring 78a,  22763 Hamburg, Jarmanii, keesatti erga raawatamee booda bakka Friedhof Bernadottestr. 32, 22763 Hamburg ti sirna awwaalchaatiin xumurama.
Itti aansee sa’aa 14:00 irraa eegalee sagantaan yaadannoo obbo Terfaa Dibaabaa iddoo Kulturkirche Altona, Bei  der Johanniskirche 22 , 22767 Hamburg  jedhamu keessatti geggeffama.

Maatii obbo Terfaa Dibaabaa

bilisummaa

Recent Posts

Koree raawwachiiftuu ajeechaaf Oromiyatti ramadamte

Koreen dhoksaan ajjeestuu maqaa nageenyaatiin MNO keessatti Mummicha Ministeeraatiin hundaa'ee fi Obbo Shimallis Abdiisaatiin kan…

6 months ago

Iccitii hidhamuu Obboo Battee Urgeessaa

Haabtaamuu Tasfaayetiin: Tibba darbe kana mariin Paartilee siyaasa Oromoo jedhu kan kanaan dura bara cee’uumsaa…

6 months ago

Godina Baalee: galgala ar’aa magaalaan Roobee balaa ibiddaatiin qabeenyi hawaasa bal’aa hedduun barbadaawe.

Galgala sa’aatii 2:00 (8:00) irratti balaan kun naannoo Buufata durii (Aroge-Mannahaaraa) jedhamu,Masjidannuur cinatti suuqii fi…

6 months ago

Gadaan gujii abbaa gadaa 75ffaa argate

Ofii Abbootii Gadaa 74 baallii waliif dabarsaa asiin geessisan beektu? Haala duudhaa isaa eeggateen waggoota…

6 months ago

Oromiyaan ganna shan guutuu waraanan hunkuramaa jiraatuu namuu ni hubata

Ijoollee Wareegamtootaaf Jecha ...  Nagaa Bara ammaa silaa martuu bakka maratti muldhata. Oromiyaan ganna shan…

9 months ago

Abiy Ahmed’s erecting Memorial Statues for genocidists of the Oromo for Menelik II and Haile Selassie

December 10, 2023 Leenjiso Horo    This article addresses the issue of the Oromo failure to…

9 months ago