WASHINGTON, DC — Hiriirri kun magaalaa Finfinnee magaalottii naannoo jiran kan Oromiyaa waliin wal qabsiisuuf master palan qopahaa’ee mormuu dhaan barattootaa fi uummata hiriira mormii geggeessu irratti tarkaanfii mootummaan fudhate mormuuf ture.
Kanneen Washington DCtti hiriiran irraa xalayaa isaanii kan fuudhan ministrii haajaa alaa irraa itti gaafatamtuu deskii Itiyoopiyaa Vernelle Trim yoo ta’an kanneen maatii namoonni hiriira sana irratti duraa du’aniif gadda itti dhaga’ame ibsuu dhaan dhiittaa mirga namaa Itiyoopiyaa keessatti raawwatamaa jiru akka dhaabatuuf irratti hojjenna jedhan jechuu dhaan qindeessitoonni ibsaniiru. Hiriirri
fakaataan kutaalee US garaa garaa dabalatee biyyoota kan akka Afriikaa kibbaa Germany, Netherlands, Asustrlia, Switzerland, Sweden, Yemen fi kanneen biroo keessatti
geggeeffameera.
Koreen dhoksaan ajjeestuu maqaa nageenyaatiin MNO keessatti Mummicha Ministeeraatiin hundaa'ee fi Obbo Shimallis Abdiisaatiin kan…
Haabtaamuu Tasfaayetiin: Tibba darbe kana mariin Paartilee siyaasa Oromoo jedhu kan kanaan dura bara cee’uumsaa…
Galgala sa’aatii 2:00 (8:00) irratti balaan kun naannoo Buufata durii (Aroge-Mannahaaraa) jedhamu,Masjidannuur cinatti suuqii fi…
Ofii Abbootii Gadaa 74 baallii waliif dabarsaa asiin geessisan beektu? Haala duudhaa isaa eeggateen waggoota…
Ijoollee Wareegamtootaaf Jecha ... Nagaa Bara ammaa silaa martuu bakka maratti muldhata. Oromiyaan ganna shan…
December 10, 2023 Leenjiso Horo This article addresses the issue of the Oromo failure to…