08.11.2013
WASHINGTON, DC — Mootummaan saa’uudii Arabiyaa biyya koo keessa godaantoota seeraan ala seenan gara biyya irraa dhufaaniitti deebiisa jechuun duula gaggeessaa jira.Kanneen hidhaa keessa jiran akka ibsanti garu ehama barbaachisu mara ituu qabanii hidhaatti darbamaa jiru.Embaasiin Itiyoophiyaa Riyaad irraa akka jedhuutti kanneen seeraan jiraatanii fi kanneen seeraan al agamas seenan hojiin addaan baasuu gaggeeffamaa jira.Gama kaaniin duula hidhaa gaggeeffamaa jiru kanaan lammiin Itiyoophiyaa tokko rasaasaan rukutamee lubbuun isaa dabruu sabaa himaan adda addaa gabaasanii jiru.Embaasiin Itiyoophiyaa gama isaan namnii kun polisii jalaa ituu dheessuu rasaasaan ajjefame jedha.
Garu sabaa himaan mootuummaa sa’uudii madden polisii maqaa dhahuun akka gabaasaniitti lammiin Itiyoophiyaa kun polisoota harkaa qawwee fudhachuuf ituu yaaluu ajjeefame jedhu.
Koreen dhoksaan ajjeestuu maqaa nageenyaatiin MNO keessatti Mummicha Ministeeraatiin hundaa'ee fi Obbo Shimallis Abdiisaatiin kan…
Haabtaamuu Tasfaayetiin: Tibba darbe kana mariin Paartilee siyaasa Oromoo jedhu kan kanaan dura bara cee’uumsaa…
Galgala sa’aatii 2:00 (8:00) irratti balaan kun naannoo Buufata durii (Aroge-Mannahaaraa) jedhamu,Masjidannuur cinatti suuqii fi…
Ofii Abbootii Gadaa 74 baallii waliif dabarsaa asiin geessisan beektu? Haala duudhaa isaa eeggateen waggoota…
Ijoollee Wareegamtootaaf Jecha ... Nagaa Bara ammaa silaa martuu bakka maratti muldhata. Oromiyaan ganna shan…
December 10, 2023 Leenjiso Horo This article addresses the issue of the Oromo failure to…