Miidiyan adda addaa yaman, Dubbi himaa mootummaa biyya Sa’udi Arabiya guyyaa kamisaa 27/08/2015 maxxansaniin akka gareen Miliishaa Huutii baqattoota 3000 leenjisuun lola biyyattii keesa deemaa jiru irratti hirmaachisaa jiran gabaasuun baqattoota komataa jiru!!
http://www.bawabatii.com/news18447.html
Sababii kanaan haalli baqattoota Oromoo yaman Gaagama addaa keesa galee jira waan taheef, Waajjiri (TBHOY) Iyyata Lammummaa Gara ummata Oromoo biyya ambbaa keesa jirtanitti Lallabatuun akka rakkina sookanneesaa baqattooni oromoo yemen keesa jiran kana hubachuudhaan gara Hawaasa Oromoo biyya ambbaa keesa jiraatani fi akkasuma gara Waajjiroota dhimmi baqattootaa ilaalu hunddaati beysisuun rakkina keesa jirru kana irraa furmaata hatattamaa nuu barbaaduun Lubbuu Maatii Baqattoota Oromoo Kumaantamaan lakkaawamu Balaa kana jalaa baraartan, Maqaa Baqattoota Oromoo Biyya Yamaniin Kabajaan isin gaafanna,
GALATOOMAA,
Koree Waajjira Kominiiti Tokkummaa Baqattoota Hawaasa Oromoo Yaman,
Taaju Shariif
Dura ta’aa KTBHOY
Odeefannoo Dabalata,
Koreen dhoksaan ajjeestuu maqaa nageenyaatiin MNO keessatti Mummicha Ministeeraatiin hundaa'ee fi Obbo Shimallis Abdiisaatiin kan…
Haabtaamuu Tasfaayetiin: Tibba darbe kana mariin Paartilee siyaasa Oromoo jedhu kan kanaan dura bara cee’uumsaa…
Galgala sa’aatii 2:00 (8:00) irratti balaan kun naannoo Buufata durii (Aroge-Mannahaaraa) jedhamu,Masjidannuur cinatti suuqii fi…
Ofii Abbootii Gadaa 74 baallii waliif dabarsaa asiin geessisan beektu? Haala duudhaa isaa eeggateen waggoota…
Ijoollee Wareegamtootaaf Jecha ... Nagaa Bara ammaa silaa martuu bakka maratti muldhata. Oromiyaan ganna shan…
December 10, 2023 Leenjiso Horo This article addresses the issue of the Oromo failure to…