Categories: Oduu OromiyaaSiyaasaa

Jaal Jamaal Kharruu (Mullisaa Jaarraa Abbaa Gadaa) Akka bakka bu’aa Sooreysa tahuudhaan Muddamee jira

Bismillaahi Rahmaan Arrahiim

Allaahu Akkubar, Allaahu Akkubar, Allaahu Akkubar walillaahil hamdu Eegaan Gooytaa Guddaa hiriyaafii qixxee fakkii hinqabne farfamaa faaruu haqa godhate faarsee booda , akkasumatti imaama adunyaatiifii Sooreysa mujaahidoota addunyaa Nabi Muhammadiifii warreen kharaa isaa qabatan hundarratti Nagayaafii rahmata Gooytaa buusnee (khadhanneef ) booda. Akkasumattii Sooreysa Adda Islaama Bilisummaa Oromiyaa (AIBO \IFLO) tii fii Soreysa Tokkummaa Humnoota Bilisummaa Oromiyaa (THB O \ULFO) Shahiida (rageeffataa ) Jaalle Jaarraa Abbaa Gadaa goota gootummaan isaa hiriyaafii qixxee hinqabneefii akkasumatti warreen isaan wajjiin tahuudhaan wareegama hadhaawaa khafaluudhaan lubbuu isaanii ta baatu hin deebinee itti baasuudhaan lafee isaanii itti caphsuudha an dhiiga isaanii itti dhangalaa suudhaan ummata Oromootiifii Oromiyaa magariisa biliso omsuufii walaboomsuuf jecha khanneen lubbuu isaanii wareegaman hundaratti nagayaafii Rahmanni Gooytaa isaani irratti hajiraatu jachaa.

Labsa ejjannoo AIBO (IFLO) fii THBO (ULFO) bakka bu’aa gadaameeysa Qabsoo Oromoo Sooreysa Jaarraa Abbaa Gadaa ( gooytaan Jannataan isaan Haa qananii ysu ) jechaa :-

Koreen huji hobbaaftuun AIBO (IFLO) tan Sooreysa Jaarraa Abbaa Gadaatiin hogganamaa turte. 12-04 -2012 rratti ULFO ciinatti bifa haarayatti tooftaa baraneedhaan if jaartee koreelee hunda jaarrattee heera bulmaataa haarayattit umattee huji oofaa osoo jirtuu Dhibdeen Sooreysaa nu afaan dhuftee, Sooreysi Oromoo fii Oromiyaa guutuu 03-03 -2013 duniyaarraa boqate Gooytaan isa filatee. Shaahaadaa booda qabsoon akka ittii fufuu qabdu dhaammatee shahiide.

Akka heera bulmaata AIB O keewata 12:2:2 ffaan ju’utt i: –

2:2 -Itti Aanaan sooreysa Dirqamoota Sooreysaa bakka inni hinjirretti geggeeysa

2:3 – Itti Aanaan sooreysaa,Yoo kan sooreysi huji fedhii isaatiin gallakkise yoo kan Sooreysi hujii isaa sirnaan geggeeysuu Dadhabe fii yoo Sooreysi du’e sooreysa bakka bu’ee Sooreysumman Yaa’ii sabaatiin Muudama.

Kanumaafuu koree AIBO teeysuma hatattamaan Magaalaa guddittii Sana’a Yamanitti guyyaa 15 -03 -2013 godhameeti itti Aanaa Sooreysa Jaarraa Abbaa Gadaa Hanbaa Qabsoo Oromoo Jaal Jamaal Kharruu (Mullisaa Jaarraa Abbaa Gadaa) Akka bakka bu’aa Sooreysa tahuudhaan Muddamee jira .

Kanumaafuu ummannii Oromoo biyyaafii ala jirtan hundinuu, sabaafii sablammoonnii gutuun Oromiyaa keeysa qubbattan hundinuu kanneen sabboontoota taatan hundinuu fii kanneen qabsoo Sooreysii Jaarraa Abbaa Gadaa jalqabe itt ifufuufii bakkan gahuu jaalattan hundinuu, akka bakka bu’aa , Sooreysa Jaarraa Abbaa Gadaa fii Qabsoo AIBO \IFLO fii THBO\ULFO cinaa Lubbuun, Dinagey fii Yaadaan Waan dandeeysaniin hundaan bira dhaabbattan, gargaartan fii tinnistan maqaa Gooytaa Ol’aaneetiin isiin gaafannaa.

Qabsoo Sooreysa Jaarraa Abbaa Gadaa itti wareegamee jiraachisuudhaaf. Galatoomaa , galanni ummata Oromoo Gooytaan bilisu mmaa haa godhuu Iznii Gooytaatiin Oromoo fii Oromiyaan Magariisnii Nibilisoomt ii !!!!

All aahu Akku bar, Allaa hu Akkub ar, Allaahu Akku b ar wali lla ahi lha mdu!!!!

Qabso on itt i fuuft ii!!!!! Tokkummaan humnaa!!!

Koree Hobbaftuu AIBO \IFLO t ii fii ULFO \THB O

Sana’a, Yeman

Email : j.shaxa2007@yahoo.com

Email :jamaaludiin@yahoo.com

Kanuumaafuu

 

bilisummaa

Recent Posts

Koree raawwachiiftuu ajeechaaf Oromiyatti ramadamte

Koreen dhoksaan ajjeestuu maqaa nageenyaatiin MNO keessatti Mummicha Ministeeraatiin hundaa'ee fi Obbo Shimallis Abdiisaatiin kan…

10 months ago

Iccitii hidhamuu Obboo Battee Urgeessaa

Haabtaamuu Tasfaayetiin: Tibba darbe kana mariin Paartilee siyaasa Oromoo jedhu kan kanaan dura bara cee’uumsaa…

10 months ago

Godina Baalee: galgala ar’aa magaalaan Roobee balaa ibiddaatiin qabeenyi hawaasa bal’aa hedduun barbadaawe.

Galgala sa’aatii 2:00 (8:00) irratti balaan kun naannoo Buufata durii (Aroge-Mannahaaraa) jedhamu,Masjidannuur cinatti suuqii fi…

10 months ago

Gadaan gujii abbaa gadaa 75ffaa argate

Ofii Abbootii Gadaa 74 baallii waliif dabarsaa asiin geessisan beektu? Haala duudhaa isaa eeggateen waggoota…

10 months ago

Oromiyaan ganna shan guutuu waraanan hunkuramaa jiraatuu namuu ni hubata

Ijoollee Wareegamtootaaf Jecha ...  Nagaa Bara ammaa silaa martuu bakka maratti muldhata. Oromiyaan ganna shan…

1 year ago

Abiy Ahmed’s erecting Memorial Statues for genocidists of the Oromo for Menelik II and Haile Selassie

December 10, 2023 Leenjiso Horo    This article addresses the issue of the Oromo failure to…

1 year ago