Rabbiin galatoosa mee durssee waa hallee
Ayyuub nurraa fuudhee joohar nu kafelee
Joohar Leencca kheenya jiraadhu ammalee
Kha ilmmaan nafxxanyaa qonddoo ija kuulee
Oboleeysi Khankkee Ayyuub Abuubakar
Kha seenaa Nyfxanaa godhe fanxar fanxar
Mooticha Nyafxxaynaa kha leencaan if yaamee
Olola Ayuubiin ifaa isaa dhaame
Ar’aas Jowhar kha’ee ani Oromo jennaan
Lubbuu bakkaan dhaban dhugaa itti hinan
Joowhar bulubul godhee afaan isaa dubbanna
lakkaawachuu feedha wallee war gowwaan
Yaa Joowhar jabaadhu dhugaan haa mul’atuu
Humaa irran kaayyati saroonni haadutuu
Odoo sareen duttuu leencci mooraa seenee
Waan fedheen galata sodaa maleeboonee
Joowha Mahamad yaa idda khaay Ayyub Abubarar Muummad Dhaerra Yaa heer falmmaa mirggaafii haqa aanaa aanttii issa yaa Bulldozer seenaa abaabuu isaa waala Amaari itti dhababe kheeyssa haadhee takka takkaan itti as baasuu jalqabe.
Yaa hayyuu murttiin habalee heeraa nuduraa hamttun sin arkkin si wajjin jirraa jabaadhu khunoo oboleeyyan khee garayyu qoma dhawatee tumsaaf meeqaantamttu si maddiin ol kha’ee sagaa akka bakhkkaatiin lallabee gadoodee tumsaaf taree galee baroodutti jiraa.
Maqashaan hiddaa hidaa hin qabnne kha afaan malee afaa hin qabnee kha sitti bobbahuu yaalee baaragee ifirrtti albbahutti jiraa walii galli kheenya si wajjin jirra jabaan abbaan haqaa Rabbiin si wajjin haa jiraatu Si Jaaaaaaaaaaaaaalan!!
Koreen dhoksaan ajjeestuu maqaa nageenyaatiin MNO keessatti Mummicha Ministeeraatiin hundaa'ee fi Obbo Shimallis Abdiisaatiin kan…
Haabtaamuu Tasfaayetiin: Tibba darbe kana mariin Paartilee siyaasa Oromoo jedhu kan kanaan dura bara cee’uumsaa…
Galgala sa’aatii 2:00 (8:00) irratti balaan kun naannoo Buufata durii (Aroge-Mannahaaraa) jedhamu,Masjidannuur cinatti suuqii fi…
Ofii Abbootii Gadaa 74 baallii waliif dabarsaa asiin geessisan beektu? Haala duudhaa isaa eeggateen waggoota…
Ijoollee Wareegamtootaaf Jecha ... Nagaa Bara ammaa silaa martuu bakka maratti muldhata. Oromiyaan ganna shan…
December 10, 2023 Leenjiso Horo This article addresses the issue of the Oromo failure to…