Categories: Oduu Oromiyaa

Lamiilen Oromoo Balaleeyfana Gocha Mootuma Abba irre # Woyaane irrati gegeyfamu kalati hundaanu cimee iti fufera.

# OromoProtests
Lamiilen Oromoo Balaleeyfana Gocha Mootuma
Abba irre # Woyaane irrati gegeyfamu kalati
hundaanu cimee iti fufera.
By Hamza Borana
Guyaa kaleeysa Hiriir nagayaa Aduunya keeysati
Kalatiile hundaanu gegeyfameera.
Guyaa hardha biyya keenya keeysati Godina
Wolagaa Aana Gimbii keeysati hiriiri nagayaa
cimaan gegeyfama jira.
Guyaa hardhas hiriir nagayaa iti fufuudhan
Magaala Manchester ,UK gegeyfama jira.
Haaluma wol fakaatun Guyaa Kaleeysa May 9
Hiriiri nagayaa Guutu Aduunya irrat
gegeyfamera.
Hawaasin Oromoo guyaa kaleeysa haala
dinqisiisa tahen hiriira Nagayaa Tokkumaan
bahudhan Dhiiga baratoota lamiile keeenya badi
tokko male dhangalahef akkasumas Gafiwwan
mirgaa kaasudhan balaleyfana isaan
dhageysisaniiru.
Hiriira Nagayaa Magaalota heddu irrati
gegeyfaman kana irrati Abbotin Amantaa
Hassawa cimaafi bilchata erga gudda ofi
keeysa qabates dabarsaniiru.
Haaluma wol fakaatun magaalota hiriri nagayaa
iti gegeyfaman keeysati Bakka bu’ootin
Mootuma argamuudhan erga hawaasa
dhagahaniiru..
Akkasumas Gazeexeysitoota hiriira Nagayaa
kana keeysati argaman keeysa Gazeeteysa
Biyya Swezerland kan tahe Martin Schibbye kan
jedhamu kan kanaan dura Mootuma gabrofata
Weyaanetin hidhame mana hidhat darbame ture
akka hiriira Nagaya Biyya Swzerland irrat
argames bekameera.
Hiirira Nagayaa Washington DC Keeysati guyaa
kaleeysa gegeyfame irrati dura bu’an part
siyaasa OBKO Profeser Maraara Guddina akka
argaman irra qooda fudhatanis bekkamera.
Hiirira Nagayaa kana irrati Man guddon
Biyya ,Hawotin ,Dargageeyi fi Shamareen fi
Ijjolen Akka irra qooda fudhatan lamiile issan
qulqulu gocha badii Humnottan Tikka
Mootumaatin rawatamu balaleyfataniru.
Hiriira Nagayaa Guyaa kaleeysa gegeyfama irrat
wonti nama aja’ibsiisu Biyya Michigan jedhamu
keeysati Dubartiin Tokko Adda isheet hiriira
nagayaa bahudhan Sagalee ishe State
Department biyyat durati bahudhan lamiile ishef
dhageysisu ishet.
Iddowwan hiriir nagayaa guyaa Kaleeysati iti
gegeyfaman akka odeeyfanoon nu dhaqabet
kaneen armaan gadit
‪#‎OromoProtests‬ in Portland
#OromoProtests in Meca, Saudi Arabia
#OromoProtests in Den Haag, Netherlands
#OromoProtests Little Oromia (Minnesota)
#OromoProtests Vancouver ( Canada)
#OromoProtests Washington DC
#OromoProtests Calgary, Canada
#OromoProtests Denver, Colorado
#OromoProtests stockholm, Sweden
#OromoProtests Michigan!
#OromoProtests Winnipeg, Canada
#OromoProtests Oslo, Norway
#OromoProtests Edmonton, Canada
#OromoProtests Houston, TX
#OromoProtests Columbus, OH
#OromoProtests Oromo Rally in Houston TX
5-9-14
#OromoProtests Oromos in Doha ( Qatar)
#OromoProtests Paris, France
#OromoProtests Wellington, New Zealand
#OromoProtests las Vegas
#OromoProtests Portland, Oregon
#OromoProtests San Francisco
#OromoProtests Sioux Falls, South Dakota
#OromoProtests Portland
#OromoProtests Southern California
#OromoProtests in Toronto
#OromoProtests, Rome (Italy)
#OromoProtests Den Haag, Nethelrands
Haaluma wol fakaatun Hawaasin Oromoo
Yemen fi Afrika Kibba jiru wolit galma tokko
keeysati walitti qabamuudhan marii fi akkasumas
balaaleeyfannaa isaan dhageysisaniiru.
#OromoProtests Public forum, Yemen
‪#‎OromoProtest‬ public forum in South Africa
Qabsoon Gaafi mirgaa kabajisiisuf jalqabamte
yoomiyu Afaan Qawwetin dhaabate hin beektu !!!
Dhiigin Lamiile keenya qulqulu akkasit
dhangalahe hin hafu !!!
Kadiro Elemo Nageessaa Oddoo Duubee Abiy
Atomssa Reinventing Ethiopia
Awol Kassim Allo
Injifanoon kan Hawaasa baldhaati !!!

bilisummaa

Recent Posts

Koree raawwachiiftuu ajeechaaf Oromiyatti ramadamte

Koreen dhoksaan ajjeestuu maqaa nageenyaatiin MNO keessatti Mummicha Ministeeraatiin hundaa'ee fi Obbo Shimallis Abdiisaatiin kan…

10 months ago

Iccitii hidhamuu Obboo Battee Urgeessaa

Haabtaamuu Tasfaayetiin: Tibba darbe kana mariin Paartilee siyaasa Oromoo jedhu kan kanaan dura bara cee’uumsaa…

10 months ago

Godina Baalee: galgala ar’aa magaalaan Roobee balaa ibiddaatiin qabeenyi hawaasa bal’aa hedduun barbadaawe.

Galgala sa’aatii 2:00 (8:00) irratti balaan kun naannoo Buufata durii (Aroge-Mannahaaraa) jedhamu,Masjidannuur cinatti suuqii fi…

10 months ago

Gadaan gujii abbaa gadaa 75ffaa argate

Ofii Abbootii Gadaa 74 baallii waliif dabarsaa asiin geessisan beektu? Haala duudhaa isaa eeggateen waggoota…

10 months ago

Oromiyaan ganna shan guutuu waraanan hunkuramaa jiraatuu namuu ni hubata

Ijoollee Wareegamtootaaf Jecha ...  Nagaa Bara ammaa silaa martuu bakka maratti muldhata. Oromiyaan ganna shan…

1 year ago

Abiy Ahmed’s erecting Memorial Statues for genocidists of the Oromo for Menelik II and Haile Selassie

December 10, 2023 Leenjiso Horo    This article addresses the issue of the Oromo failure to…

1 year ago