http://gadaatv.com/gadaa-tv.
“Odeeffannoo bilisaa, ummata bilisaaf” odeeffannoon xinnoo hin qabdu!
Masakamni TV gadaa, Bu’uurri sirna gadaa akka gabatuu fi guddatu sagalee ta’ee hojachuu
Dirqama TV Gadaa
TVn Gadaa sagalee ummata Oromoo ta’udhaan, ummati Oromoo yaadaa fi yaaddoo qabu, bilisaan keessummeessa.
TVn Gadaa tokkummaan, bilisummaa fi mirgi dimokraasii Oromoo akka dagaaguu, akkasumas haqa fi dhugaa ummatootiin qaban midiyaa walaba ta’ee tajaajila.
TVn Gadaa, daba, yakka, samichaa fi acuuccaa sabaa fi sab-lammii Itiyoophiyarra, sirna bitootan gahaa jiru murannoon saaxila
Itiyoophiyaa keessatti ijaramuu midiyaa walabaaf, TVn gadaa qooda isa irraa eegamu gumaacha.
TVn gadaa, aadaa, afaanii fi duudhaa oromoo guddisuu keessatti media qooda kennu ta’a.
Gadaatv@gmail.com
Koreen dhoksaan ajjeestuu maqaa nageenyaatiin MNO keessatti Mummicha Ministeeraatiin hundaa'ee fi Obbo Shimallis Abdiisaatiin kan…
Haabtaamuu Tasfaayetiin: Tibba darbe kana mariin Paartilee siyaasa Oromoo jedhu kan kanaan dura bara cee’uumsaa…
Galgala sa’aatii 2:00 (8:00) irratti balaan kun naannoo Buufata durii (Aroge-Mannahaaraa) jedhamu,Masjidannuur cinatti suuqii fi…
Ofii Abbootii Gadaa 74 baallii waliif dabarsaa asiin geessisan beektu? Haala duudhaa isaa eeggateen waggoota…
Ijoollee Wareegamtootaaf Jecha ... Nagaa Bara ammaa silaa martuu bakka maratti muldhata. Oromiyaan ganna shan…
December 10, 2023 Leenjiso Horo This article addresses the issue of the Oromo failure to…