Eddoo Addaa Addaatti Hiriira-mormiitifi Gaffilee akka OPDOtti Deebisuu Hindandeenyen Dhiphachaa Jirti
OPDOn biyyaa addaa addaatti mormiin ishe muuddata jira. Haaluma kanaan magaala Stockholm/Sweden irratti gaafa Guraandhala 7, 2015 gaaffileen dantaa oromoo kallattidhaan ilaalatan heddu kaan gaafataman yoota’u ergamaan OPDO, Dhaaba Dabalee akka OPDOti hanqni akka jiru ammanuuf dirqamuus deebi sirri itti kennu hindandeenye, silaays akka deebsu hindandeenye beekamaadha. Gaaffileen dhiyaatan dhimoota akka: Maqaa investmantiitin badiin oromoo irra gahaa jiru, Aangoo OPDO kan TPLFn danga’e ta’u isaa, Dhimma Finfinnee fi rakko oromoo, Ugguramuu guddina Afaan Oromoo fi aarti, Ugguramuu bilisummaa amantiilee fi miidiyaa (media) fii Rakkoolee daangaa Oromiyaa irratti kalattiidhan kan xiyyefatan ture. Gaaffilee ka’an keessa hangi tokko kan armaan gadi kana:
Deeggartootni OPDO/TPLF tokko tokko OPDO dhaaf harka dhau’uf kan argamani turan carraa akka hinargannee waan ta’ef akkasumaas gaffilee armaan olii kanneen yeroo dhagayaan sodaatani osoo yaada deegarsaa hinkennin bahuuf dirqamanii jiru.
Koreen dhoksaan ajjeestuu maqaa nageenyaatiin MNO keessatti Mummicha Ministeeraatiin hundaa'ee fi Obbo Shimallis Abdiisaatiin kan…
Haabtaamuu Tasfaayetiin: Tibba darbe kana mariin Paartilee siyaasa Oromoo jedhu kan kanaan dura bara cee’uumsaa…
Galgala sa’aatii 2:00 (8:00) irratti balaan kun naannoo Buufata durii (Aroge-Mannahaaraa) jedhamu,Masjidannuur cinatti suuqii fi…
Ofii Abbootii Gadaa 74 baallii waliif dabarsaa asiin geessisan beektu? Haala duudhaa isaa eeggateen waggoota…
Ijoollee Wareegamtootaaf Jecha ... Nagaa Bara ammaa silaa martuu bakka maratti muldhata. Oromiyaan ganna shan…
December 10, 2023 Leenjiso Horo This article addresses the issue of the Oromo failure to…