Categories: Oduu Oromiyaa

Oromoota biyya Sweden jirtan maraaf..Iyyaa iyya dabarsaa

Bakka jirtanitti
Akkuma hundi keenya hordofaa jirutti “Master plan” dharaa kan wayyaaneen oromoota nannoo finfinnee buqisuun deebiftee lammii isaanii qubsisuuf diriirfachaa jirtu dura dhaabbachuun baratooni oromoo wareegama lubbuu baasaa jiran maddii hiriirree sagalee taaneefii diddaa teenya addunyatti ibsachuuf koreen hiriira kana qopheeysite irra deebitee yaamicha lammummaa kan lafaa-lafee ootaa-dhalootaa nuuf gootee jirtti, kanaafuu Stockholm bakka Segels Torg ja’amutti kallattin walitti dhufnee akka shira wayyaanee kana gamtaan dura dhaabbachuun kitimaa lubbuu tan baratoonni keenya ulfinaa fi kabajaa lammiitiif baasaa jiranitti ulfinaa fi kabajaa goonu fi iyyinee iyya dabarsinu afeeramnee jirra guyyaan hiriirri itti geggeeyfamu jimata  caamsaa 9-5-2014 sa’aa 11.00 irraa hanga sa’aa 14.00 tahuu asumaan isin hubachiifna.
Iyyaa iyya dabarsaa yaamicha lammummaa jalaa owwaadhaa.
wareegamnni baratoota keenyaa bilisummaa biyyaati!
Gmtooman humnooman!
koree qindeeysituu hiriiraa irraa.
Stockholm
bilisummaa

Recent Posts

Koree raawwachiiftuu ajeechaaf Oromiyatti ramadamte

Koreen dhoksaan ajjeestuu maqaa nageenyaatiin MNO keessatti Mummicha Ministeeraatiin hundaa'ee fi Obbo Shimallis Abdiisaatiin kan…

11 months ago

Iccitii hidhamuu Obboo Battee Urgeessaa

Haabtaamuu Tasfaayetiin: Tibba darbe kana mariin Paartilee siyaasa Oromoo jedhu kan kanaan dura bara cee’uumsaa…

11 months ago

Godina Baalee: galgala ar’aa magaalaan Roobee balaa ibiddaatiin qabeenyi hawaasa bal’aa hedduun barbadaawe.

Galgala sa’aatii 2:00 (8:00) irratti balaan kun naannoo Buufata durii (Aroge-Mannahaaraa) jedhamu,Masjidannuur cinatti suuqii fi…

11 months ago

Gadaan gujii abbaa gadaa 75ffaa argate

Ofii Abbootii Gadaa 74 baallii waliif dabarsaa asiin geessisan beektu? Haala duudhaa isaa eeggateen waggoota…

11 months ago

Oromiyaan ganna shan guutuu waraanan hunkuramaa jiraatuu namuu ni hubata

Ijoollee Wareegamtootaaf Jecha ...  Nagaa Bara ammaa silaa martuu bakka maratti muldhata. Oromiyaan ganna shan…

1 year ago

Abiy Ahmed’s erecting Memorial Statues for genocidists of the Oromo for Menelik II and Haile Selassie

December 10, 2023 Leenjiso Horo    This article addresses the issue of the Oromo failure to…

1 year ago