Categories: Yaada

Sareen saruma!!!!

Mee garaagarummaa saree haalaallu.sareen biyya teenyaa ala galtii aluma sanitti warri isiin tajaajiltu hambaa nyaataa khan isaan irraa hafee darbaniif gaafa irraanfataniis dikhee gandaatirra deddeemteetuma waan ittiin ooltu saroobbatti ykn funnattii. Garuu mana warra galtuu ykn Abbaa isii guddisee irraa hinfagaatu hujii isiitiis hindagattu eegumsa irra warri barbaaduus nibeeyti namaafii bineensa idduu waan warra isii guddise san miidhu hunda ni ittifti haaluma khanaan jireenya isii gaggeeyfatti.

Sareen biyya faranjii akkasiimiti fallaa saree biyyateenyaati namaa wajjiin mana galtii inumaahuu siree irra rafti wantii guddisaniifiis garaa garummaa qabdi akka isiin mana ykn qe’ee eeyduuf osoon taane ittiin booharuufi waahela godhachuufi saree maalqaan bitatanii afaan isaanii barsiifachaa guddisu.sareeniis akkuma waan isii guddisaniif beeytuuti dirqama abaa isii qabuu fudhattee hujii irra oolchiti namaafii beeyladaa takkallee hintuyxu garuu sareen biyya faranjii walhindhiiftu akkuma deendeeytii shurufkaa wahii tan fagoo irra wahiin arkuu dandayaan saniin shurufkaa walii arkaniin afaan beekhaniin walitti dhaadatanii lolanii lafa balleeysu.

Haatahuutii wantii gaariin saree biyya faranjii afaan Abbaa guddisee beekhuufii dhagahuudha warri gudisees saree isaanii adabadhuu khun bar obboleeysa kheetii jechuun lolaniin yeroo tana sareen ifitti qaanfatteeti eegee wixwixi godhuun dhugaa jirtu tana fudhatti.

Amma mee tan saree nama miila lamaan deemuu haa laallu namni kheenya rakkoo haala jireenyaatiifii amaloota garaa garaa khan wallaalummaa irra maddeefii muxannoo dhabaatiin firaafii aalii isaarra jalqabee ummata kheeysaa bahee diinaa wajjiin tahuun miidha boru maaltu tahuuf taa’a je’ee hin yaadu. Wanti nama dhibu eega biyya rakkoon itti isa dirqitee diinaa wajjiin akka foon isaa nyaatu isa goote kheeysaa baheetiis akkuma saree faranjii tan walnyaachuuf walitti gamtuu san tahuudha.akka waan qabsaawaan isa malee hijirree tokkotti qabsoon inni godhuus diina irratti osoontaane fira isaa khan dhiigaa khan lafee takkaati yaadaan gargar bahuun akka jartu beekhuu dadhabuun sarara intarneetitiifii paltalk khanneen akka fb faa irratti qabsoo diina kheenya khan waloo irratti hingooneefii dendeeytii itti qabne irrati akkuma sareeti gooftolii isaanii gammachiisuuf manatti dutu tanaafuu sareen saruma garaa garummaa hinqabdu yoo mana galuufii ala galuu taate malee saroonni kheenya khannama fakkaataniis qaamaan biyya jijiiratan malee sammuu hinjijiirrane tanaaf bakkuma seenan hundaa nama gammachiisuuf foon isaaniitii dutan wuf wuf wuf hangafeete duttuus sareen saruma paltalk fb irrattiis sareen saruma gltm eega dubbiftanii sheer godhaa warri dhiiga saree ifkeeysaa qabdan sar!!!

bilisummaa

Recent Posts

Koree raawwachiiftuu ajeechaaf Oromiyatti ramadamte

Koreen dhoksaan ajjeestuu maqaa nageenyaatiin MNO keessatti Mummicha Ministeeraatiin hundaa'ee fi Obbo Shimallis Abdiisaatiin kan…

6 months ago

Iccitii hidhamuu Obboo Battee Urgeessaa

Haabtaamuu Tasfaayetiin: Tibba darbe kana mariin Paartilee siyaasa Oromoo jedhu kan kanaan dura bara cee’uumsaa…

6 months ago

Godina Baalee: galgala ar’aa magaalaan Roobee balaa ibiddaatiin qabeenyi hawaasa bal’aa hedduun barbadaawe.

Galgala sa’aatii 2:00 (8:00) irratti balaan kun naannoo Buufata durii (Aroge-Mannahaaraa) jedhamu,Masjidannuur cinatti suuqii fi…

6 months ago

Gadaan gujii abbaa gadaa 75ffaa argate

Ofii Abbootii Gadaa 74 baallii waliif dabarsaa asiin geessisan beektu? Haala duudhaa isaa eeggateen waggoota…

6 months ago

Oromiyaan ganna shan guutuu waraanan hunkuramaa jiraatuu namuu ni hubata

Ijoollee Wareegamtootaaf Jecha ...  Nagaa Bara ammaa silaa martuu bakka maratti muldhata. Oromiyaan ganna shan…

9 months ago

Abiy Ahmed’s erecting Memorial Statues for genocidists of the Oromo for Menelik II and Haile Selassie

December 10, 2023 Leenjiso Horo    This article addresses the issue of the Oromo failure to…

9 months ago