"Akka hin nyaanne Zangaadaa marqitee Akka hin dhiifne Waa itti carreessitee" Kunoo dubbiin tiyya Tan akkasii taate Gad baasee himachuu…
Gucnii kee hin dhaamnee Xamborii kee xiqqashoon daamootiin kee diqqayyoon Kan dukkana roba kessa gaafas calaqqisttee Dhimimissaa cimaa kan…
Barruu keenyya kana ammoo akka #Share fi #Likecuqaasttanii hamilee dhan nuu jajjaabeesitanii ammas Seenaa babbareeda isiniif akka dhiheesinuu asumaan waada…
Mararoo misiroon dhaammattu *********************** Oromoon aadaa, seenaafi eenyummaasaa haala addaddaatiin ibsata. Keessumaa aadaasaa haala bareedaafi hawataa ta'een karaa addaddaatiin ibsata.…
Shaggooyyee tanaan haarayoomsa bilisummaa.com, bilisummaa, fii oromoheritage.com isin simannaa...diraamaa, walaloo suur & sagalee jiruuf & jireenya saba Oromoo bifa haarayaan…
Keessumaa biyya Alagaatti alagaa fuudhanii irraa dhalanii daa’ima ofii afaanii fii aadaa ofii barsiisuu jechuun sabboonummaa fii cichummaa gaafata.…
Abdii Boruutiin Uummanni Oromoo bar-dhibbee tokkoo ol gabrummaa Habashaa jala turani fi ammas jirani illee, gabrummaan uummanni keenya har’a bar-kurnee…
Aadaa Oromoo Oromiyaan aadaa hedduu qaba. Kana keessaa aadaa nyaataa, aadaa uffannaa, aadaa mana itti ijaaran, aadaa fuudhaa fi heerumaa,…
Events in Oromo History Before 1853 Date Event ~ 300 BC Archeologists found in 1978 in northern Kenya the pillars…