Abo

Tokkummaa Jaarmayoolee fi Gurmuulee ABO

Bilisummaa fi Abbaa Biyyummaa Oromoo Dhugoomsuuf Tokkummaan Dhaabbilee Siyaasa Oromoo Murteessaa dha. Qabsoon hadhooftuu bara dheeraa dhaloota irraa dhalootatti darbaa…

11 years ago

Qabsoo roga hundaan jabeessuu fi tokkummaan dhaabbachuun bilisummaa Oromiyaaf wabii dha.

Ibsa ABO jijjiramaa haala yeroo irratti. Ilmaan Oromiyaa bilisummaa sabaa fi abbaa biyyummaa isaanii goonfachuuf qabsoo hadhooftuu fi haarsaa guddaa…

11 years ago

Garagarummaa Dhaabota Oromoo gidduu

By Ibsaa Guutamaa Sabaawota Oromiyaan kan ijaaraman dhaabota hedduutu jira. Garuu akki isaan akeeka qabsoo Oromoo itt ilaalan adda addaa.…

11 years ago

In the Mask of Democracy Promotion: The Betrayal of Oromo Struggle for independence

By Leenjiso Horo April 2015 "I lived through the whole war," Thucydides remarked in his History of Peloponnesian War, "being…

11 years ago

B/J/ Kamaal Galchuu: “Qabsoon biyya keessaa finiinaa jirti”

https://youtu.be/pkrb14kfQMI Kora guddaa, kora xiqqaa, guyyaa WBO, guyyaa Gootoota jechuun bara baraan wal afeeranii seenaa gootootaa kaleessa wareegamanii wal yayyaadachiisanii…

11 years ago

Kora ABO Kutaa Kanaadaa (Garee J/Kamaal Galchuu)

  ABOn B/General  Kemal Galchuun hooganamu  Caamsaa  16-17, 2015 biyya Kanadaa, magaalaa Calgary keessatti kora isaa kan waggaa odhachuudhaan miseensotaa…

11 years ago

J/Odaa Xasee: “Waraannii keenya diinaa wajjiin kokkee wal qabaa jira”

Gaafiif deebisaa OMN  Obboo Odaa Xasee waliin taasise...Guutuu haasawaa kanaa caqasuuf as tuqi

11 years ago

Rakkinni ummata Oromoo, Mootummaa Walaba Oromiyaa ijaaruudhaan furmaata argata malee, umurii cunqursaa fi saamichaa Oromoo irratti dheereffatuuf filannoo dharaa Wayyaaneen geggeessituun miti

Saartuu Magarsaa irraa Sirna dimookraasii jechuun, sirna mootummaan ummataa, ummataan, ummataaf ittiin ijaaramu jechuu dha. Sirni dimookraasii kun, mootummaa ummataa,…

11 years ago

ODFn Ari’un Wayyaanee  ABO jabeessuufi Haaromisuufi carraa haaraya uuma.

     Akkumma sab-qunnamitiilee adda addaa irraa dhagayaa jirrutti obboleeyyan keenya dhaaba haaraya ODF jedhu moggaafatanii qabsoo karaa nagayaa ummata…

11 years ago

“NAMNI AKKA FEDHU DHABE AKKA HIN FEENE TAHA!” JA’A WARRI BIYYA KEENYAA HOGGAA MAAKMAAKAN…

“Aak..! Ja’an malee waan tufan, makmaakan malee waan himan..!” jachuun Oromoodha waa baayyee mul’isa. Aniis dubbii tiyya maakmaaksaan jalqabuun kiyya…

11 years ago