ADO

Do you think ODF will be formally register in Ethiopia?

Geresu Tufa As we have learned from different media outlet, ODF entourage led by Obbo Leenco Leta have flow to…

9 years ago

Jilli dhabaa ODF kan Obbo Leencoo Lataan hoogganamu imala gara biyyaatti gochaa akka jiru maddeen amanamoon eeran.

Filannoo bara 2015 irratti hirmaachuuf carraan ODF qabu dhiphoo ta'ullee gara biyyaatti galuuf daandiin bal'aadha jedhu peresdaantiin ODF ykn ADO…

9 years ago

Bilisummaan keenya KAARDIIN hin dhugoomtu!!

# Filannoo wayyaanee soba marsaa shanii,,, irratti hirmaachuuf ni galla jettanii,,, miidiyaatti bahuun labsii baafattanii,,, nuti karaa nagaa qabsoofna jettanii,,,…

9 years ago

Ergaa Gulaalaa ejjennaa imaammata ADO Ibsu

Yeroo ammaa kanatti haalli siyaasaa Ethiopia keessatti mul’atu, baayyee wal xaxaa, yaaddeessaa fi xumurri isaa maal ta’uu akka malullee tilmaamuun kan nama…

11 years ago

Xalayaa seenaa dhugaa ibsu moo kan Oromummaa diiguuf qophaaye dha?

  Abdii Boruutiin   Mata duree kanaan barreeffama kana akkan dhiyeessu kan na taasise, akka tasaa xalayaa Afaan Amaaraatiin barreessame…

11 years ago

Labsa Kora Bu’ureessaa Adda Dimokiraatawaa Oromoo (ADO)

Nuti, miseensonni Kora Bu’uressaa Adda Dimokiraatawaa Oromoo (ADO) sochii politikaa Oromoo haaraya dhugoomsuu keenya labsina. Sochiin haarayni kunis, kan haqa Oromoo fi…

11 years ago

Seenaa kaleessaa odeessaa kallattii dhugaa dabsuun gatatuu (obbaatii ta’uu) dha

Hayyee! Attam jirtu? Barreeffama kana yoo dheerate iyyuu haala mijateen gurra sabaan nuuf gahaa! Seenaa kaleessaa odeessaa kallattii dhugaa dabsuun…

11 years ago

“MIILA LAMA QABAATANIIF , MUKA LAMA HIN YAABAN !!!!!!”

Y.G(2005) Seenaan yoomillee seenaadha. Maqaa Ummata tokkon qabsoo gaggeeffamu mitii, Maqaa dhunfaanuu wanni hojjatani fi dubbatan qalbii Ummataa fi dhalootaa…

11 years ago

Dhaabni keenya (ADO) Qabsoon akka asiin duraa akka sakaalamee hin teenye goona…

Kun dhaamsa gabaabaa guyyaa gootota Oromoo ilaalchisee Pirezidaantii ODF Obbo Lencoo Lataa irraa dhihaatee dha  

11 years ago

Dhalachuun Adda Demokraatawaa Oromoo (ADO) Gaaffii Yerootiif Deebii Abdachiisaa dha!

(Kutaa Tokkoffaa) Mooraa qabsoo bilisummaa Oromoo keessatti gaaffiin irra deddeebi’ee ka’aa jiru maal akka tahe ifaa dha. Kunis qabsoon saba…

11 years ago