Geresu Tufa As we have learned from different media outlet, ODF entourage led by Obbo Leenco Leta have flow to Shaggar. If my source is …
Read More »Jilli dhabaa ODF kan Obbo Leencoo Lataan hoogganamu imala gara biyyaatti gochaa akka jiru maddeen amanamoon eeran.
Bilisummaan keenya KAARDIIN hin dhugoomtu!!
# Filannoo wayyaanee soba marsaa shanii,,, irratti hirmaachuuf ni galla jettanii,,, miidiyaatti bahuun labsii baafattanii,,, nuti karaa nagaa qabsoofna jettanii,,, sabaafi sab lammii biyyattii hundaafi,,, …
Read More »Ergaa Gulaalaa ejjennaa imaammata ADO Ibsu
Yeroo ammaa kanatti haalli siyaasaa Ethiopia keessatti mul’atu, baayyee wal xaxaa, yaaddeessaa fi xumurri isaa maal ta’uu akka malullee tilmaamuun kan nama rakkisu ta’aa jira. Addi Dimokiraatawaa …
Read More »Xalayaa seenaa dhugaa ibsu moo kan Oromummaa diiguuf qophaaye dha?
Abdii Boruutiin Mata duree kanaan barreeffama kana akkan dhiyeessu kan na taasise, akka tasaa xalayaa Afaan Amaaraatiin barreessame tokko argee dubbisuu kiyya dha. …
Read More »Labsa Kora Bu’ureessaa Adda Dimokiraatawaa Oromoo (ADO)
Seenaa kaleessaa odeessaa kallattii dhugaa dabsuun gatatuu (obbaatii ta’uu) dha
Hayyee! Attam jirtu? Barreeffama kana yoo dheerate iyyuu haala mijateen gurra sabaan nuuf gahaa! Seenaa kaleessaa odeessaa kallattii dhugaa dabsuun gatatuu( Obbaatii ta’uu) dha. Seenaan …
Read More »“MIILA LAMA QABAATANIIF , MUKA LAMA HIN YAABAN !!!!!!”
Y.G(2005) Seenaan yoomillee seenaadha. Maqaa Ummata tokkon qabsoo gaggeeffamu mitii, Maqaa dhunfaanuu wanni hojjatani fi dubbatan qalbii Ummataa fi dhalootaa keessaa yoomillee hin badu. Keessattu, …
Read More »Dhaabni keenya (ADO) Qabsoon akka asiin duraa akka sakaalamee hin teenye goona…
Dhalachuun Adda Demokraatawaa Oromoo (ADO) Gaaffii Yerootiif Deebii Abdachiisaa dha!
(Kutaa Tokkoffaa) Mooraa qabsoo bilisummaa Oromoo keessatti gaaffiin irra deddeebi’ee ka’aa jiru maal akka tahe ifaa dha. Kunis qabsoon saba guddaa hagana gahu kanaa maaliif …
Read More »