afaan oromoo

Toltuu Tufaa, Porojeektii Afaanii fi Eennummaa Oromoo Addunyaatti Guddisuuf Jalqabde, ‘Afan Publications’ Eebbisiisuutti Jirti

WASHINGTON,DC— Gaafa tokkoo manii barumsaa tokko ijoollee cufaan afaan keessaniin suuraa kaasaa,wa barreessaa kootta jedhe,jennaan daahimii tokko dadhabe maaliif akka…

9 years ago

Afaan Oromoo Afaan Hoji Biyoolessa akka ta’uu hafalmannuu

Afaan Oromoof Haa dirmanuu Ijooleen Habasha (OPDOn) gartun yaakkamtun kun harree oftee diina Oromiyyaa galchuusheti bara 1991 kassee ummaati keenya…

9 years ago

Afaan Afaan Oromoo dha..

Afaan Afaan Oromoo dha Hiddii isaa cimaa dha Tola dhabuun hin ta'uu Chaaya isaa Odaa dha Afaan Afaan Oromoo dha…

9 years ago

Shaakala Afaan Oromoo kana itti of ilaali

Barumsa afaan Oromoo Shaakaluuf As Tuqaa Hubachiisaa!! jechoonni baruumsa kana keessatti itti gargaaramne garri tokko kan Taammanaa Bitimaa ti Kabajamtoota…

11 years ago

Barnoota qubee Afaan Oromoo kutaa duraa

  Kutaa jalqaba baruumsa qubee Afaan Oromoo Suuraa fii barruun barachuuf as tuqi..

11 years ago

Oduu lola naannoo Anniyyaa

Waraanni Ogaden kani Wayyaaneen Liyyuu Poolis jettuu Oromoo Gammoojjii Anniyyaa weeyrare. Oduun naannoo Qumbii qubsuma Oromoo Anniyyaatii baatu akka mirkaneeysitutti,…

11 years ago

Afaan Oromoo dur hacuuccaa diinaatu duubatti isa hanbise, har’a hoo maaltu duubatti isa hanbisa?

    Abdii Boruutiin     Akkuma beekamu, Afaan Oromoo bar-dhibbee tokkoo ol hacuuccaa ykn cunqursa diinaa jala waan tureef;…

11 years ago

Aadaa Oromoo

Aadaa  Oromoo Oromiyaan aadaa hedduu qaba. Kana keessaa aadaa nyaataa, aadaa uffannaa, aadaa mana itti ijaaran, aadaa fuudhaa fi heerumaa,…

11 years ago