Baruumsi bu'ura jireenya ilma namaati. Barnoonni bu'ura waa hundaati. Manni barnootaa naannoo kee jiraachuu jechuun carraa guddaadha, keessattuu Univarsitiin ganda…
Jawaar Siraaj Muhammad / Hagayya, 2011 Barnoonni, hawaasa kamiifuu bu’ura guddinaati. Hireen barnootaatis mirga namoomaa kan bu’uraa waan taateef namayyuu…
Gosa barnoota kamuu hordofuuf dandeettii, fedhiifi intarneetii qabaachuu qofa gaafata Barnoonni gama intarneetiin kennamu (Massive Online Courses-MOOCs) yeroo dhihoo as…
Abo Waanufii ====================== Filannoo Akka Biyyoolessaatti Bara 2015/2007 Ji'oota muraasa booda adeemsifamuuf jedhu Sababa Godhachuu dhaan Godina Shawaa Kaabaa Aanaa…
Kutaa jalqaba baruumsa qubee Afaan Oromoo Suuraa fii barruun barachuuf as tuqi..