Hoongee Booranaa

Gargaarsi uummata Booranaa hongeen miidhameef ergame hannaan gurguramaa jira.

Gargaarsi uummata Booranaa hongeen miidhameef geeffamaa ture gariin gara baadiyyaa dhaqqabaa hin jiru, kaan ammoo 'gurguramaa jira' jechuun namootni BBCtti…

1 year ago

Uummata rooba faarsutti, roobni garaa jabaate

Roobaan siigale! Aa hoo rooban siigalee... Jiloo Waaree Waaqoo, rooban siigalee Aa hoo rooban siigalee Waareen ganna misaa, rooban siigalee…

1 year ago

Wal ga’ii hatattamaa Boordiin IOHPA galgala kana taa’een murteen armaa gadii kennamee jira.

IOHPA Board of Directors convened an extraordinary emergency meeting tonight and passed a resolution to establish a Task Force to…

1 year ago

Lammillee keenya kan Booranatti hoongeedhaan miidhamaa jiran bira haa dhaabbannuu

Beelaa fi hongeen ummata keenya Booranaa miidhaa jiru kun siyaasaaf haala ooluuf jedhutu mul'ataa jira. Warri mirga Oromoo dura dhaabbatullee…

1 year ago