Hoji Geggeessaan Mana Lubummaa Aanaa Shaashamannee,Malaaka Gannat Luba Habtaamuu, Adeemsa Anatu isiniif beekaaSinodoosiin Bataskaana Ortodoksi Tawaahidoo Itoophiyaa Oromiyaairratti hordofaa jiru balaaleffatan. Sinodoosichi Abboota Sinodoosii Oromiyaa …
Read More »Finfinnee dabalatee masjiidonni waggoota kudhanii ol erga itti salaatamee booda carraaqqiifi roorroo meeqaan kaartaan akka kennamu eenyunuu ni beeka
Ustaaz Ahmaddiin jabaliin Magaalaan Shaggar Masjiidotaa fi Muslimoota kan of keessaa qulqulleessu yoo ta’e Muslimootaaf “rakkina” malee madda boonsaa ta’uu gonkumaa hin danda’u! Mootummaan biyyattii …
Read More »Waanti balleessine yoo jiraates hanga dhiifama gaafachuutti deemuu qabnaa jedhan Abuna Maatiyaas.
Paatiriyaarkiin Bataskaana Ortodoksii Tawaahidoo Itoophiyaa Abuna Maatiyaas rakkoon bataskaanattii mudate atakaaroo walqabuun kan furamu akka hin taane himan. Abuna Maatiyaas ergaa jalqaba yaa’ii sinoodoosii irratti …
Read More »Sinodoosiin Oromoo ummata gantee amaarootarra miilarra kufte
Amantoonni bataskaana Ortodoksii Tawaahidoo kumaatamaan lakkaa’aman magaalaa Naqamteetti hiriira bahan. Dhiibbaa mootummaan sinoodoosii duraanii waliin ta’uun geessisaa jiruu fi hidhamuu abbootiin mufataniitu amantoonni har’a addabaabaayii …
Read More »Gaaffilee bu’uraa ummata Oromoo fii Sabaaf Sa-blammoota Ortoodoksii
Sinoodsii haaraa hundeeyfamerratti duulli maqaa balleessiin adda addaa baname.
Gareewwan mana amantaa ijaaruun olaantummaa paartii tokkoo kabachiisuu barbaadan abbootii Sinoodsii haaraa hundeessan irratti duula maqaa balleessii adda addaa gaggeessaa jiru. Abune Saawiroos kan hin …
Read More »“Waaqni fi Faranjiin Nama Jabaate Gargaaru” Kanuma jabaadha
“Karra hoolotaa isa Waaqayyo tikaaf isinitti kenne sana, giddiidhaan utuu hin ta’in, jaalalaan, akka Waaqayyo barbaadutti, bu’aa nama yeellaasisu irraa argachuuf utuu hin ta’in, of …
Read More »Sheikh Adam Tula: Malamin Da Ba A Taba Irin Jana’izarsa Ba A Habasha
aminiya.dailytrust.com Jana’izar wani shehun malamin Islama a yankin Oromo ya kasar Habasha ta tara jama’ar da ba taba ganin ta ba a kasar. Shehun Malamin …
Read More »Nama Rabbiin jaalate maaltu jibba? Awwaalcha Sheekha guddaa Aadam Tuulaa, ilmi namaa manatti hin hafne.
South Minneapolis mosque suffers $50,000 in losses and damages after a weekend burglary. Suspect remains at-large.
A suspect broke into a south Minneapolis mosque over the weekend, stealing money, damaging 15 doors, and causing $50,000 worth of damages and losses, according …
Read More »