Koreen dhoksaan ajjeestuu maqaa nageenyaatiin MNO keessatti Mummicha Ministeeraatiin hundaa’ee fi Obbo Shimallis Abdiisaatiin kan hogganamu Oromiyaa keessatti ajjeechaa jumlaa, hidhaa murtee seeraa malee fi …
Read More »Godina Baalee: galgala ar’aa magaalaan Roobee balaa ibiddaatiin qabeenyi hawaasa bal’aa hedduun barbadaawe.
Galgala sa’aatii 2:00 (8:00) irratti balaan kun naannoo Buufata durii (Aroge-Mannahaaraa) jedhamu,Masjidannuur cinatti suuqii fi manneen jireenya 25 ol tahan guutumatti barbadaa’aniiru. Haa ta’u malee …
Read More »Oromiyaan ganna shan guutuu waraanan hunkuramaa jiraatuu namuu ni hubata
Ijoollee Wareegamtootaaf Jecha … Nagaa Bara ammaa silaa martuu bakka maratti muldhata. Oromiyaan ganna shan guutuu waraanan hunkuramaa jiraatuu namuu ni hubata. Kun diina waliin …
Read More »Obbo Baqqalaa Garbaa biyya aambaatti hafuufi hooggansummaa KFO’s gad-dhiise
Dhaabbanni Itiyoo-telekoom olaantummaa dhalattoota saba tokkoo qofaan kan dhuunftameedha
Ragaan sanadaa loogummaa fi olaantummaa dhalattoota saba tokkootiin dhuunfatamuu Itiyoo-telekoom saaxilu OMN harka seenuu itti fufe. Ragaan sanada haaraan loogummaa, jibbaa sabummaa fi olaantummaa dhalattoonni …
Read More »OROMO COMMUNITY MEETS WITH U.S. SPECIAL ENVOY
Falls Church, Virginia (7/20/2023) — On July 20, 2023, representatives from OLLAA and U.S.- Oromo communities met with Ambassador Mike Hammer, U.S. Special Envoy for the Horn …
Read More »Haleellaan godina Horroo Guduruu aanaa Amuruutti akkaan hammate jedhu
Godina Horroo Guduruu aanaa Amuruutti, haleellaan hidhatoota faannootiin raawwatamu tibbana akkaan hammaachuufi lubbuun namoota nagaa darbaa jiraachuun himame. Qaamoleen nageenyaa mootummaan naannoo sanatti bobbaase, furmaata …
Read More »Oromo Communities and OLLAA Thank Special Envoy of the Horn of Africa, Ambassador Mike Hammer
The U.S. Special Envoy met with the Oromo communities of Los Angeles and Southern California alongside OLLAA on May 10th. The primary topics of these …
Read More »Oromiyaa: The Land of Great Revolutionary Nationalists
Leenjiso Horo May 10, 2023 Oromiyaa is a land of great freedom fighters, the land of patriots. It is the land that produced great patriots …
Read More »“Himannaa sobaatiin shororkeessaa jedhamee baqataa ta’ee hafuu hin barbaadu”
Namota biyya alaa taa’un hookkara kaasuun mootummaa Federaalaafi naannoo humnaan kuffisuuf sochii taasisaniiru jechuun Mootummaan Itoophiyaa akka dabarfamanii kennamaniif ajaja baasuu beeksiisee keessaa tokko kan …
Read More »