KFO

Daawud Ibsaa KFOn faajjii ABO akka itti hin gargaaramne akeekkachiise

Daldalli yeroo dheeraa itti daldalaa turan ka gaheef hin fakkaatu......jajjabduu dhufaa jirti... Gareen maqaa ABOn "qaca fii shaneetti adda baate…

2 years ago

Yaada “Suphaa Impaayeraa” Akka Eeboo Darbatame

Jiduu kana haasaya Obbo Jawar Mohammed TV Ubuuntu Fi OMN waliin taasiseefi Imala galateeffannaa gochaa jirun waliin walqabatee ololli fi…

2 years ago

Ibsa Gamtaa Paartilee Mormitootaa Irraa Kenname

Adeemsa raawwii marii biyyaalessaa ilaalchisee garaagarummaa yaadaa mootummaa fi qaamolee dhimmi ilaallatu gidduu jiru ilaalcha keessa galchuudhaan, yaadaa fi tarsiimoo…

2 years ago

Guyyaa har’aa Caamsaa 20,2007 barattootni Yunivarsitii ‪#‎BuleeHoraa‬ Fincilaa Diddaa Gabrummaa haalaa namaa gammachiisun itti fufaniiru.

 Walgahi ganamaa sa'aa saditti sababaa fincilaa waa'ee filmaatarratti ka'ee mari'achiisuf tattaaffi ergamtootni wayyaanee godhan harkaa fashaleessaniru. Akkumaa walgahiin kun jalqabeen,…

9 years ago

Qabxiileen/Ajandaaleen Duula nu Filadhaa KFO Ifa-ta’e!

Kongiressiin Federaalistii Oromoo filannoo bara 2015/2007 kana keessatti ajandaalee kakaasii duula na-filadhaaf itti gargaaramu ifa godheera. (Katabbichi Baldhaa waan ta'eef…

9 years ago