Prof. Mararaa Guddinaa "Nutii Xoophiyaa dullattii suphuuf miti kan waggaa 40 fi 50 ol qabsoofneef, biyya Oromoof taatu ijaarrannee ofiin…
Sagantaa fii imaammata siyaasaa jaarmaya KFO
Mirgaanis Bitaanis deemtu fuulduratti sibaasa!
Umanni Oromoo garee waanyoo fii of tuultootaa jiddutti rakkachaa jira
Ajjeechaan Murtii Malee Humnoota Mootummaatiin Geggeeffamu, Mirga Jiraachuu Lammiilee Qoraa Jira! Abdiin jijjiiramaa qabsoo nagayaa ummanni Oromoofi obboloota biroo waliin…
Paartiin keenna KFOn guyyaa har'aa Waxabajjii 4/2014 ALI. caasaalee godinaa dhiibbaan waggoota lamaaf jalaa diiggamanii laaffifamanii turan deebisee ijaarutti jira.…
WARREEN WAAN JOHAR MUHAMMED TUQAMEEF DHAABARRAA UFBAAFTEE JETTANII KEESSAN NA GAAFATTAN HUNDAAF DEEBISAA KIYYA. Ani Johar Muhammed tuqame jedhee murtii…
Daldalli yeroo dheeraa itti daldalaa turan ka gaheef hin fakkaatu......jajjabduu dhufaa jirti... Gareen maqaa ABOn "qaca fii shaneetti adda baate…
Jiduu kana haasaya Obbo Jawar Mohammed TV Ubuuntu Fi OMN waliin taasiseefi Imala galateeffannaa gochaa jirun waliin walqabatee ololli fi…
Adeemsa raawwii marii biyyaalessaa ilaalchisee garaagarummaa yaadaa mootummaa fi qaamolee dhimmi ilaallatu gidduu jiru ilaalcha keessa galchuudhaan, yaadaa fi tarsiimoo…