pp

Walwaraansi Toophiyaa bara 2019 irraa jalqabee Oromiyaa keessatti akkuma itti fufetti jira

Waraanni Itoophiyaa gara kaabaa naannoo Tigraay dhumatus waaraanni Oromiyaa itti fufee jira jedhame. Qorataan dhimma ijaarsa nageenyaa fi furmaata walitti…

1 year ago

Haleellaan godina Horroo Guduruu aanaa Amuruutti akkaan hammate jedhu

Godina Horroo Guduruu aanaa Amuruutti, haleellaan hidhatoota faannootiin raawwatamu tibbana akkaan hammaachuufi lubbuun namoota nagaa darbaa jiraachuun himame. Qaamoleen nageenyaa…

1 year ago

PEACE TALKS ANNOUNCED BETWEEN OLA AND ETHIOPIAN GOVERNMENT

Falls Church, Virginia (4/24/2023) – On April 23, 2023, Prime Minister Abiy Ahmed announced that peace talks between the Ethiopian government and the Oromo Liberation…

1 year ago

Waamichi araara PP naannoo Oromiyaatti afeerte yaamicha onneerraa dhufeemiti.

Xinxaalaan Siyaasaa Yaayaa Bashiir waamichi araaraa mootummaan naannoo Oromiyaa taasise waamicha onnee irraa dhufee miti jedhe. Oromiyaa keessatti dhuguma nageenyi…

2 years ago

Gochaa arr’a Taakkalee Uumaarratti tahe kanarraa kaadreen PP waa baratti laataa?

Kashlabboonni amaara dhala Oromoo (Taakkalee Uumaa) DC keessatti akkasitti xiqqeessuu isaanii ijaan arguun onnee nama cabsa. Kanneen aangotti fayyadamyanii ummata…

2 years ago

Tayyee Dendea Areedo; Yaa’ii caffee Oromiyaarratti akkaan hin dubbanne afaan na qaban

Oolmaa Caffee Irratti Yaada Koo Ashaaraa Dhugaa! Seensa Filannoo marsaa 6ffaanin miseensa Caffee Oromiyaa ta'e! Shawaa Kaabaa Naannoo filannoo Kuyyuu…

2 years ago