Godaantoota Libiyaa keessatti danqamanii jiran Amerikaa kaabaa fi Awurooppaa dabalatee biyyonni nagaa qaban eeguumsa akka taasiisan gareen Doktooroota Daangaan hin…
VOA WASHINGTON DC— Baqattoonni Yemen keessa jiraatan gargaarsi namoomaa Tokkummaan motummootaa waadaa seene biyyattii ga’us kanneen Aden keessa jiran hin…
Jaallannee Gammadaa WASHINGTON DC—Dilbata darbe Naannoo daangaa Itiyoopiyaa fi Keeniyaa irratti waraana mootummaa Itiyoopiyaa fi adda bilisummaa Oromoo gidduutti wal…
VOA afaan Oromoo Aanaalee Filannoo Oromiyaa hedduu keessatti humnoonni hidhattootaa Mootummaa akka taajjabdoonni korojoo humnaan harkaa fudhatamee fi irraa hariyatamnitti…
Sirna sagalee kennuu magaalaa Amboo Filannoo har’a, Caamsaa 24, bara 2015 Itiyoophiyaa keessatti geggeessamaa jiru ilaalchisuun, gabaasaalee keenya magaalaalee adda…
WASHINGTON DC— Baqattoonni Yemen keessa jiran yeroo ammaa rakkoo hamaa keessa jiraachuu isaanii dubbatu. Dhukaasi magaalaa nuti keessa jirru Aden…
Voice of America The global implications for conflicts in Africa, Europe, and the Middle East:http://www.voanews.com/…/defense-swallows-near…/2625649.html
WASHINGTON,DC— Gaafa tokkoo manii barumsaa tokko ijoollee cufaan afaan keessaniin suuraa kaasaa,wa barreessaa kootta jedhe,jennaan daahimii tokko dadhabe maaliif akka…
Soraa Halakee 25.11.2014 04:53 Abbebee Biqilaa,ilmaan obboo Dibaabaa,Daraartuu,Qananiisaa,Hayilee dabalee yoo dorgommii fiigichaa maqaa dhaahan yoo hedduu Oromiyumatti mooha. Dorgommii biyya…