Namoo Daandii
Caamsa 2, 2014, WASHINGTON, DC (VOA Afaan Oromoo) — Magaalaaleen addaa naannoo Fifnfne mootummaa Federaalaatiin fudhatamee Finfinnee jala galuu hin qaban, Finfinnee keessatti mirgi dantaan addaa heeraan Oromoof eeyamame Oromoof haa kennamu kanneen jedhaniif gaaffilee kanneen biroo kan dhiyeessan barattoonni Oromoo Hiriira har’as Universitiiwwanii fi manneen barnootaa adda addaa keessatti mormii dhageessisuu itti fufaniiru.
Kanneen keessaa Universitii Haromaya, Tajii, Buraayyuu, Sabbata, mandii Bishooftu, Geesoo, Midaa Qanhii, Geedoo, Aira fi Noolee haga tokko. Hoogganoota gareelee mormituu dabalee bakkaawwan adda addaa irraa namoonni ibsa nuuf kennanii jiran. Kan itti aanaa barreessaa kongresa federaalawaa Oromoo obbo Dejejne Xaafaa Kanneen ibsa nuu kennan keessaa tokko turan.
Koreen dhoksaan ajjeestuu maqaa nageenyaatiin MNO keessatti Mummicha Ministeeraatiin hundaa'ee fi Obbo Shimallis Abdiisaatiin kan…
Haabtaamuu Tasfaayetiin: Tibba darbe kana mariin Paartilee siyaasa Oromoo jedhu kan kanaan dura bara cee’uumsaa…
Galgala sa’aatii 2:00 (8:00) irratti balaan kun naannoo Buufata durii (Aroge-Mannahaaraa) jedhamu,Masjidannuur cinatti suuqii fi…
Ofii Abbootii Gadaa 74 baallii waliif dabarsaa asiin geessisan beektu? Haala duudhaa isaa eeggateen waggoota…
Ijoollee Wareegamtootaaf Jecha ... Nagaa Bara ammaa silaa martuu bakka maratti muldhata. Oromiyaan ganna shan…
December 10, 2023 Leenjiso Horo This article addresses the issue of the Oromo failure to…