Wal irratti hin dhifnuu haangaa bilisumman keenyaa dhugoomutti.
Kabajamoo fi jaallatamo Hawaasaa Oromoo biyyaa Jarmaani, Jiraatoota Oromoo biyyaa Jarmaani fi firoota Oromoo hundaaf, duran dursaa nagaan Oromumma bakka jirtaan hundatti isiin haa gahuu.
Itti ansuun tokkummaan baratoota Oromoo (TBOJ) caayya adda bilisumma oromoo (ABO) biyya Jarmaani gaafaa guyyaa 10.12.2015 magaala Frankfurt, Jarmaan keessaati dhimma biyyaa keenyaa Oromiyyaa kessatti tahaa jiruu kan akka:
Maqaa master pilaanin Uummaata Oromoo lafaa isaa irra buqisuu, Ajjeecha fi sanyii dugugga icittiin Oromoota irratti gageeffama jiruu, Hidhaa siyassaan mana hidhaa kessatti gidirfamaa jiran, Samichaa lafaa fi toftaalee adda addaan qe´ee irraa buqiifaamaa jiraan, Sarbamuu mirgaa namummaa fi reebichaa garaa jabinaan irraa gaha jiruu, Egeeree Oromoo baleesuuf Baratootaa unveersiitiy irraa ariiyuufi ajesuu, Akkasumaas rakkolee adda addaa Saba keenyaa otoo waal irraa hin citiin gahaa jiruu kana mormii keenyaa dhagesiisuf karorfaamee jira.
Kanaafu guyyaa fi yeroo jedhametti Oromoon waal cinaa dhabachuudhaan mormii keenyaa dhageesisu fi rakkoole jiraan adunyaan akka hubbattuuf gochaan motumaan yerro amma kanaati Sabaa Orommo fi Baratootaa irran gahaa jiruu akka dhabatuuf, shiraa Oromiyyaa kessatti dalagamaa jiruu akka dhabatuu sagaleen keenyaa hedduu barbachisaa dha. kanaafuu sagalee tokkon akka waal cinaa dhabbanee sagalee keenyaa gudifnee dhageesifnuu kabajaan isiin afferraa.
Email tboj1973@gmail.com
Bakka ka’uumsaa Frankfurt Haupt Bahnhof
Sa´aa 9.00 -15.00
QABSOON ITTI FUFAA BILISUUMMAN NI DHUFAA!!!!
KHG/TBOJ Caayya ABO.
Koreen dhoksaan ajjeestuu maqaa nageenyaatiin MNO keessatti Mummicha Ministeeraatiin hundaa'ee fi Obbo Shimallis Abdiisaatiin kan…
Haabtaamuu Tasfaayetiin: Tibba darbe kana mariin Paartilee siyaasa Oromoo jedhu kan kanaan dura bara cee’uumsaa…
Galgala sa’aatii 2:00 (8:00) irratti balaan kun naannoo Buufata durii (Aroge-Mannahaaraa) jedhamu,Masjidannuur cinatti suuqii fi…
Ofii Abbootii Gadaa 74 baallii waliif dabarsaa asiin geessisan beektu? Haala duudhaa isaa eeggateen waggoota…
Ijoollee Wareegamtootaaf Jecha ... Nagaa Bara ammaa silaa martuu bakka maratti muldhata. Oromiyaan ganna shan…
December 10, 2023 Leenjiso Horo This article addresses the issue of the Oromo failure to…